Wixinee odeeffannoo sobaa fi jibbiinsaa ittisuuf qophaa’erratti qaawwa guutun barbaachisaa…
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) –Wixinee odeeffannoo sobaa fi jibbiinsaa ittisuuf qophaa'erratti qaawwa hiikkaa fi qabiyyee guutun barbaachisaa ta'uun ibsame.
Manni Maree Bakka Bu'oota…