Waajabila Faanaa Qaro dhabeeyyichi gugsii fardaa injifatan Obse Wakgari Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Qaro dhabeeyyichi gugsii fardaa injifatan. Dorgomii gugsii fardaa qophii kabaja ayyaana Agaw waggaa 80ffaarratti qaro dhabeeyyichi injifate.…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa of eeggannoo cimaa sadarkaa isaa eeggateen tajaajila balallii gara… Sifen Megersa Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa imaltootaa fi hojjettootaaf of eeggannoo cimaa vaayrasii koroonaa sadarkaa isaa eeggateen tajaajila balallii gara Chaayinaa…
Oduu biyya keessaa Fooramiin amantaalee Oromoo gaggeeffame Obse Wakgari Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Fooramiin amantaalee Oromoo gaggeeffame. Fooramiin amantaalee Oromoo tokkummaa ummataa cimsuu dandeessisa jedhame Ameerikaa,…
Fayyaa Vaayrasiin koronaa ‘sodaa fayyaa idil addunyaa’ jedhamuun labsame Wabi Fufa Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Vaayrasiin koronaa ‘sodaa fayyaa idil addunyaa’ jedhamee labsame. Daayreektarri olaanaa Dhabbata Fayya Addunyaa Dooktar Teediroos Adihaanoom ibsa…
Fayyaa Weerara dhibee Gifiraan lubbuu namoota 31 darbe Wabi Fufa Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Weerara dhibee Gifiraa godinaalee Oromiyaa 11fi bulchiinsoota magalotaatti baatii 6 darban keessaa mudateen lubbuu namoota 31 darbe. Weerarichi yeroo…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni mootummaa olaanoon maatii barattoota Yuunvarsiitii Dambi Doolloo ugguraman waliin… Wabi Fufa Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Muummee Ministira Dooktar Abiy Ahimad Dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon maatii barattoota Yuunvarsiitii Dambi Doolloo ugguraman waliin mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Obbo Lammaa Magarsaa Deettaa Ministira Dhimma Alaa Faransaay Waliin mari’atan Wabi Fufa Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Ministirrin Raayyaa Ittisaa obbo Lammaa Magarsaa Deettaa Ministira Dhimma Alaa Faransaay Zhiyaan Baabtiist Leemoyn Waliin mari’atan Jilli Ministira…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa projaktii bishaan dhugaatiif Birrii biiliyoona 1.2 ol ta’uun kontiraaktaroota wajjin walii… Wabi Fufa Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Biiroon Misoomaa Qabeenya Bishaaanii fi Inarjii Oromiyaa ijaarsa projaktii bishaan dhugaatiif bajata Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin Birrii biiliyoona 1.2…
Oduu biyya keessaa Naannoon Oromiyaa dargaggoota kuma 50f hojii uumuuf qophii ta’uu beeksise Wabi Fufa Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Naannoon oromiyaa qonnaan bultoota fi horsiisee bultoota adda duree kuma 5 misooma invastimantii, daldalaa fi tajaajilarratti bobbaasuuf qophii xumuruu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni arfan vaayrasii noovil koroonaan shakkaman bilisa ta’uun mirkanaa’e-… Obse Wakgari Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni arfan vaayrasii noovil koroonaan shakkamanii hordoffiin taasifamaafii ture bilisa ta'uun mirkanaa'e. Ministeerri Fayyaa…