Tajaajila kaffaltii tiraafikaa baankota 5tti laachuf qophiin taasifameera
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti tajaajila kaffaltii tiraafikaa Wiixataa eegalee baankota 5tti laachuf qophiin taasifameera.
Itti aanaan kantiibaa…