Oduu biyya keessaa Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniif beekamtiin kenname Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin malaammaltummaa qolachuuf hojiilee hojjeteef beekamtiin kennameefira. Guyyaa farraa malaammaltummaa 22ffaa kabajamaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan qabsoo farra malaammaltummaaf xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjetaa jirti – Dooktar… Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan akkaataa qajeeltoo Konveeshinii Farra Malaammaltummaa idil addunyaan malaammaltummaa qolachuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetaa jirti jedhan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Damee Inarjiin guddina Ardiichaaf waloon hojjechuuf murannoo qabdi – Obbo Adam… Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) –Itiyoophiyaan damee Inarjiin guddina Ardichaaf waloon hojjechuuf murannoo qabdi jedhan Sadarkaa Ministira Muummeet Itti aanaatti hogganaan Giddugala Ijaarsa…
Oduu biyya keessaa Olaantummaa Seeraa mirkaneessuufi haqa waareessuuf xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachiisadha_ Obbo… Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC)_ Olaantummaa Seeraa mirkaneessuu fi haqa bu'yureessuuf xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachiisaadha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badrii.…
Oduu biyya keessaa Komishinara Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa kan turan Mitikkuu Kaasaan adabbii waggaa 13 fi Birrii… Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Komishinara Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa kan turan Mitikkuu Kaasaan adabbii waggaa 13 fi Birrii kuma 50 adabamaniiru. Mitikkuu Kaasaan haadha warraa fi…
Oduu biyya keessaa Giifaataan beekamtii argachuun Itiyoophiyaaf hiikoo addaa qaba – Salamaawiit Kaasaa Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Ayyaanni bara haaraa Walaayittaa Giifaataan UNESCOtti galmaa’uun Itiyoophiyaa fi Ummata Walaayittaaf hiikoo addaa qaba jedhan Ministirri Ministeera…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a morkiin Riyaal Maadriidii fi Maanchister Siitii gidduutti… Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan har’as itti fufuun taphatamu. Har’a halkan sa’aatii 5:00 morkiin Riyaal Maadriidii fi Maanchister…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni bara haaraa Walaayittaa Giifaataan hambaa addunyaa ta’uun galmaa’e Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbatni Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa Ayyaana bara haaraa Walaayittaa Giifaataa hambaa Kiliyaa addunyaa taasisuun galmeesse.…
Fayyaa Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:- Ayana Dheressa Dec 9, 2025 0 Namoota 86 qorannoon Laabraatoorii taasifameefi dhibichi homaarrattuu hin argamne. Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru. Kan dhibicharraa dandamates hin…
Oduu biyya keessaa Ejensiin Inarjii Atoomawaa Idil-addunyaa milkaa’ina kaayyoo Itiyoophiyaan damichaan qabatte… Ayana Dheressa Dec 9, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Ejensiin Inarjii Atoomawaa Idil-addunyaa kaayyoo Itiyoophiyaan damichaan qabatte akka milkeessituuf deeggaruuf kutannoo qaba jedhan Daayrektarri Olaanaan…