Biyyaaf amanamuu fi hojjetanii hiyyummaa mo’achuun Gootummaa Itiyoophiyaan dhaloota irraa…
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC)- Gootummaan Itiyoophiyaan dhaloota ammaa irraa barbaaddu amanamummaan biyyaaf hojjechuu fi ciminaan hojjetanii hiyyummaa mo’achuun biyya ceesisuu akka ta’e…