Oduu biyya keessaa Pireezidaantii Itti Aanaan Gaambiyaa Finfinnee galan Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti aanaa Gaambiyaa Mohaammad Jaaloo Finfinnee galaniiru. Hoggantoonni biyyoota garaagaraa fi jilli adda addaa yaa’ii Hawaasa Afrikaa-…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee. Qaammee 2, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Qaammee 2, Guyyaa Gamtaa sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru. Dooktar Abiy gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin,…
Oduu biyya keessaa Heddumminni Faayaa fi Humna Itiyoophiyaati- TKM Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC)- Heddumminni Faayaa fi Humna Itiyoophiyaati jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa . Tajaajilli Kominikeeshini Mootummaa Qaammee 2 Guyyaa Gamtaa…
Oduu biyya keessaa Qaammee 2 Guyyaa Gamtaa Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC) –Qaammeen 2 Guyyaan Gamtaa har'a mata duree 'Heddumminni miidhagina Itiyoophiyaati'jedhuun kabajamee oola. Guyyaa Gamtaa kana hojiin tola ooltummaa…
Ispoortii Kaayirootti ifee kan mul’ate Abbubakar Nuuraa Sifen Megersa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Karra Eegaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Abbubakar Nuuraan ga'umsa olaanaa gulaallii Waancaa Addunyaarratti mul'iseen dinqisiiffannaa…
Ispoortii Jila Atileetiksii Itiyoophiyaaf gaggeessaan taasifame Sifen Megersa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Jaappaan Tookiyootti gaggeeffamurratti hirmaatuuf gaggeessaan taasifameera.…
Biiznasii Geejjibni Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Birrii biiliyoona 100… Sifen Megersa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Geejjibni Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 8 fi ol argadhe jedhe. Dhaabbatichi bakka…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Rippaablika Diimookiraatawaa Saaharaawwii Arab Finfinnee galan Sifen Megersa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Rippaablika Diimookiraatawaa Saaharaawwii Arab Ibraahim Gahaaliin yaa’ii Hawaasa Afrikaa- Kaariibiyaan irratti hirmaachuuf Finfinnee…
Biiznasii Misooma Bunaaf xiyyeeffannoo addaa kennamee hojii hojjetameen jijjiiramni argame – Obbo… Sifen Megersa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Jijjiiramaan booda Misooma Bunaaf xiyyeeffannoo addaa kennamee hojii hojjetameen jijjiiramni argame jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa Obbo Addisuu…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Angoolaa Zyaawoo Looreensi Finfinnee galan Sifen Megersa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Angoolaa Zyaawoo Looreensi yaa'ii Hawaasa Afrikaa- Kaariibiyaan irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Zyaawoo Looreensi wayita buufata…