Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galan Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galaniiru. Du’aan boqochuu Amiirii duraanii Kaataar Sheek Hamaad Biin Kaaliifaa Altaaniif gadda…
Oduu biyya keessaa Haalli Qilleensa uumamuu Roobaaf mijataa ta’e cimee itti fufa – Inistiityuuticha Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Rooba waqtii Gannaa uumamuuf haalli qilleensaa mijataan jiru cimee itti fufa jedhe Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa. Hanga…
Oduu biyya keessaa Guddina Diinagdee Gooroo Itiyoophiyaa… Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Bu’uurri misooma waaraa fi badhaadhina hundagaleessaa biyya tokkoo caasaa diingadee Gooroo amansiisaa ta’eedha. Itiyoophiyaan qoormaatilee diinagdee baroota darban keessa mudate, hanqina…
Oduu biyya keessaa Baajanni magaalaa Finfinnee bara baajataa 2019 Birrii biiliyoona 500 fi biiliyoona 2 ol ta’uun… Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Baajanni bulchiinsa magaalaa Finfinnee bara baajataa 2019 Birrii biiliyoona 500 fi biiliyoona 2 ol ta’uun ragga’eera. Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Waamicha nageenyaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad:- Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad erga gara aangotti dhufanii kaasanii biyyattiin gaaga’ama siyaasaa fi hawaasummaa keessatti akka hin kufne irra deddeebiin waamicha nageenyaa…
Biiznasii Oromiyaatti bara 2018 albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 70 argame Ayana Dheressa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti bara 2018 albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 70 argamuun ibsameera. Mootummaan naannichaa sirna bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Naannichi lammiilee miiliyoona 2.9 oliif carraa hojii uume Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Naannoon Oromiyaa bara baajataa xumurame keessa namoota miiliyoona 2.9 ol ta'aniif carraa hojii uume jedhe. Mootummaan naannoo Oromiyaa bara 2018…
Ispoortii Maanchiister Yuunaayitiid Andireey Saantoos mallatteessifate Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Maanchiister Yuunaayitiid taphataa sarara gidduu Andireey Saantoos mallatteessifateera. Lammii Biraaziil kana Paawundii miiliyoona 48 fi ga’umsi isaa…
Oduu biyya keessaa Imala michummaa Itiyoophiyaa fi Beeniin… Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Beeniiin hariiroo waloo Dippiloomaasii, Daldala, Aadaa fi dameewwan biroo bu’ura godhate qabu. Beeniin bara Faranjootaa 2005 Embaasii…
Teeknooloojii Kenniinsa tajaajilaa hojimaata diijitaalaan saffisiisuun cimee itti fufa- Aadde Salaamaawit Daawwit Ayana Dheressa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018(FMC)- Kenniinsa tajaajilaa dameewwan garagaraan kennaman hojimaata diijitaalaan saffisiisuun cimee itti fufa jedhan Daayrektarri Olaantuun Tajaajila Lammummaafi…