Oduu biyya keessaa Finfinneetti dhorkiin doqdoqqeerra ka’amee ture ka’e Tsehay Guluma Oct 13, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2019 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti Fulbaana 15, 2019 irraa eegalee dhorkiin doqdoqqeeratti taasifamee ture ka’eera jedhe Qajeelchi Poolisii Magaalichaa.…
Oduu biyya keessaa Ijipti, Itiyoophiyaan karra Galaanaa akka hin arganne dhorkuuf bu’uura seeraa hin qabdu – Tiiboor… Sifen Megersa Oct 13, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2019 (FMC) – Ijipti, Itiyoophiyaan karra Galaanaa akka hin arganne dhorkuuf bu’uura seeraa hin qabdu jedhan Ministeera Alaatti Itti Aanaan duraanii Ameerikaa…
Oduu biyya keessaa Karra Galaanaa, nageenya biyyaalessaa waliin kallattiin hidhata qabu… Sifen Megersa Oct 13, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2019 (FMC) – Gaaffiin Karra Galaanaa Itiyoophiyaa fayyadamummaa haqa qabeessa, seenaa, Teessuma lafaa fi Nageenya biyyaalessaa waliin kallattiin hidhata kan qabu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Eemireetonni Araba Gamtoomanii tumsa damee Baankiifi Faayinaansiin qaban cimsuuf… Ayana Dheressa Oct 13, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaafi Eemireetonni Araba Gamtoomanii tumsa damee Baankiifi Faayinaansiin qaban cimsuuf kutannoo qabaachuu mirkaneessaniiru. …
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad muudama garaagaraa kennan Ayana Dheressa Oct 13, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa muudama garaagaraa kennaniiru. Haaluma Kanaan:- 1. Obbo Birhaanuu…
Oduu biyya keessaa Imaanaa biyya dhalootaaf dabarsuu… Sifen Megersa Oct 13, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2019 (FMC) – Seenaan ni hojjetama, ni dabalama, hundi ammoo seenaa hin hojjetu, gootni seenaa hojjetu gatii kaffalee, lafee cabsee fi dhiiga dhangalaasee…
Biiznasii Manni Marichaa damee anniisaaf kan oolu deeggarsa liiqii Doolara Miiliyoona 100 fi miiliyoona 45… Tsehay Guluma Oct 13, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2019 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa damee anniisaa ammayyeessuuf kan oolu deeggarsa liiqii Doolara Miiliyoona 100 fi miiliyoona 45 ol raggaasiseera.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni raaga haala qilleensaa dandeettii guddaa qabu miidhaa jijjiirama qabeenya qilleensaa… Ayana Dheressa Oct 13, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2019 (FMC) – Dhaabbanni ragaa haala qilleensaa dandeettii guddaa qabu miidhaa jijjiirama qabeenya qilleensaa hir’isa jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee cimaa ijaaruun dhaloota dhufu bu’aa ba’iirraa oolchuu… Sifen Megersa Oct 13, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2019 (FMC) –Seenaan Itiyoophiyaa jaarraa hedduuf yaadatamu, kuusaa bilisummaa, birmadummaa fi boosnaa dhalootaa irraa gara dhalootaatti darbu qofa miti. Seenaa…
Oduu biyya keessaa Dhaalan Gonfoo Sa’uud Arabiyaa Muhaammad Biin Salmaan Dooktar Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii… Tsehay Guluma Oct 13, 2026 0 Finfinnee, Onkololeesa 3, 2019 (FMC)- Dhaalan Gonfoo Sa’uud Arabiyaa Muhaammad Biin Salmaan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru. Muhaammad…