Qondaaltonni olaanoon Raayyaa Ittisaa Ruwaandaa dhaabbilee Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Jilli Raayyaa Ittisaa Ruwaandaa Indaastirii Awutoomootiivii Injinariingii Bishooftuu fi Yuunivarsiitii Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa daawwateera.…