Oduu biyya keessaa Qormaanni sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa kennamaa jira Sifen Megersa Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti Qormaanni sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa har’a eegale oolmaan guyyaa jalqabaa nagaan xumurameera. Barattoonni kumni 700 fi kumni 69 fi…
Oduu biyya keessaa Godinichatti biqiltuun baala shaayee miliyoonni 58 ol kunuunfamaa jira Yonatan Birhanu Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26. 2017(FMC) - Godina Jimmaatti biqiltuun baala shaayee miliyoonni 58 fi kumni 700 ol lafa heektaara kuma sadii irratti dhaabamee kunuunfamaa jira jedhe waajjirri Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi mandara jireenyaa qonnaan bultootaa wayita xumuramu haala jireenya qonnaan bulaa ni… Ayana Dheressa Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsi mandara jireenyaa qonnaan bultootaa wayita xumuramu haala jireenya qonnaan bulaa kan jijjiiruufi…
Oduu biyya keessaa Mootummaan xiyyeeffannoo misoomaaf kenne cimsee itti fufa – Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) - Mootummaan xiyyeeffannoo nageenyaa fi misooma indaasitirii oomishaaf kenne cimsee itti fufa jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan FDRI obbo Tamsgeen…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa labsiiwwan adda addaa raggaasise Sifen Megersa Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 33ffaa har’a taa’een labsiiwwan adda addaa raggaasiseera. Labsiiwwan waliigaltee liqaa 2 dabalatee…
Oduu biyya keessaa Naannoolee Oromiyaa fi Amaaraatti ruuziin baay’inaan oomishamuuf Yonatan Birhanu Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) - Naannoolee Oromiyaa fi Amaaraatti ruuziin baay’inaan akka oomishamuuf hojjetamaa jira. Hogganaa ittiaanaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Bariisoo fayyisaa…
Oduu biyya keessaa Naannoolee Oromiyaa fi Harariitti barattoonni kumni 200 ol qoramaata biyaalessaa kutaa 12ffaaf… Yonatan Birhanu Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) - Naannoolee Oromiyaa fi Harariitti barattoonni kumni 200 fi kumni 2 ol qoramaata biyaalessaa kutaa 12ffaaf qophaa’aniiru. Naannoo Oromiyaatti barattooni…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Godina Hadiyyaatti ijaarsa misooma Koriidarii mandara moodeela baadiyyaa eegalchiisan Yonatan Birhanu Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godina Hadiyyaatti ijaarsa misooma Koriidarii mandara moodeela baadiyyaa…
Oduu biyya keessaa Daldaltoota biyyaaf humna ta’an baay’inaan horachuuf hojjetamaa jira- BDO Tsehay Guluma Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC)- Daldaltoota ciccimoo biyyaaf humna ta'an baay'inaan horachuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Daldalaa Oromiyaa. Waltajjiin marii daldaltoota waliin…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Asallaatti rakkoo Kenna tajaajila geejjibaa furuuf hojjetamaa jira Tsehay Guluma Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC )–Ejensiin Geejjiba Bulchiinsa magaalaa Asallaa rakkoo kenniinsa tajaajila geejjibaa furuuf hojjechaan jira jedhe. Bulchinsi magaalichaa rakkoo dhiyeessii…