Hospitaala Riiferaalaa Gobbaaf deeggarsi meeshaalee Birrii miiliyoona 100’tti shallagamu kenname
Finfinnee, Guraandhala 20, 2017 (FMC)– Yuunivarsiitii Madda Walaabuutti Hospitaala Riiferaala Gobbaaf deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 100’tti shallagamu kennamuun…