Injifannoon Bitootessa 24, bu’aa aarsaa qaalii waggoota 150’ti – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017 (FMC) – Bitootessa 24 sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa Godinaalee fi magaalota Oromiyaa garaagaraatti gaggeeffameera.
Hiriira deeggarsaa Godina Shawaa…