Ijaarsi Buufata Konkolaataa Qindaawaa Asallaa % 86 qaqqabe
Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC)- Ijaarsi Buufata Konkolaataa Qindaawaa Asallaa % 86 qaqqabeera jedhe Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa.
Buufanni Konkolaataa Qindaawaa…