Oduu biyya keessaa Baatii Miidhaginaa fi Tuurizimii, Fulbaana! Sifen Megersa Sep 24, 2026 0 Baatiin Fulbaanaa, baatii ayyaanotaa fi taateewwan aadaa fi qabeenya aadaa biyyattii addunyaaf beeksisan itti gaggeeffaman waan ta’eef,baatii Turizimii Itiyoophiyaa jedhamee waamama.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galan Tsehay Guluma Sep 24, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2019 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Daawwannaa hojiif Jibuutii galaniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad wayita Jibuutii gahan…
Oduu biyya keessaa Obbo Geetaachoo Raddaa Ministira Tumsa Misoomaa Idil-addunyaa Noorweey waliin mari’atan Ayana Dheressa Sep 24, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2019(FMC)- Gorsaan Dhimmoota Bahaa Afrikaa Ministira Muummee obbo Geetaachoo Raddaan Ministira Tumsa Misoomaa Idil-addunyaa Noorweey Oosmiind Ookruust waliin…
Oduu biyya keessaa Halluuwwan miidhagoo Fulbaanaa, duudhaalee aadaa hanga Cichoomina biyyaalessaa Sifen Megersa Sep 24, 2026 0 Aadaawwan durii Itiyoophiyaanonni bara dheeraaf ce’an keessaa duudhaaleen nageenyaa, wal-gargaarsaa fi walitti bu'iinsaa karaa aadaan hiikuun isaan duraati. Duudhaaleen kunniin haqa…
Teeknooloojii Imala Saffisaa Dijiitaalaayizeeshinii Itiyoophiyaa Yonatan Birhanu Sep 24, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2019 (FMC) — Yeroo ammaa Itiyoophiyaan ce’umsaa teeknooloojii fi guddina dinagdee saffisaa fi hunda galeessaa geggeessaa jirti. Sirna hojii waraqaa irratti…
Oduu biyya keessaa Afrikaanonni Mootummoota Gamtoomaniitti bakka bu’ummaa haqa qabeessa dhabuun hatattamaan… Yonatan Birhanu Sep 24, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2019 (FMC) – Afrikaanonni biliyoona 1.6 ta’an Mootummoota Gamtoomaniitti bakka bu’ummaa haqa qabeessa dhabuun dhimma hatattamaan sirreeffamuu qabu dha jedhan…
Oduu biyya keessaa Mana Maree Nageenyaa Afrikaa Dagate Yonatan Birhanu Sep 24, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2019 (FMC) — Murteewwan Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii keessaa dhibbeentaan 80 Afrikaa kan ilaallatan taʼus, Afrikaaf teessoon dhaabbataa…
Oduu biyya keessaa Mallattoo Cichoominaa fi Gootummaa; Raayyaa Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa Yonatan Birhanu Sep 23, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2019 (FMC) — Daangaan biyyaa yeroo sarbamu, nageenyi fi jireenyi ummataa yeroo shira diinaatiin qormaata keessa galu, humni guddaan adda durummaan laphee isaa kennee,…
Oduu biyya keessaa Misoomni magaalaa kabaja jireenyaa jiraattotaa eeguun raawwatamuu qaba — Kantiibaa Adaanech Abeebee Yonatan Birhanu Sep 23, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2019 (FMC) — Misoomni magaalaa jiraattonni jireenya fooyya’aa fi mijataa akka jiraataniif karaa kabaja jireenyaa isaanii eegeen t raawwatamuu qaba jedhan…
Oduu biyya keessaa Komiishinera Poolisii Naannoo Tigiraay kan turan Meejar Jeneraal Gabiree Adihaanaa Mootummaa… Yonatan Birhanu Sep 23, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2019 (FMC) – *Komiishinera Poolisii Naannoo Tigiraay kan turan, hoogganaan gameessi duraanii ABUT Meejar Jeneraal Gabree Adhaanaa, diinoota seenaa ABUT waliin ta’uun…