Obbo Shimallis Abdiisaan Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa ta’uun moggaafaman
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) - Caffeen Oromiyaa Yaa'ii duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii Caffee 7ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Shimallis Abdiisaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa…