Oduu biyya keessaa Ispuutiniik Biiroo isaa Afrikaa Finfinneetti bane Sifen Megersa Feb 19, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) - Tajaajilli Oduu fi Broodkaastii Raadiyoo Raashiyaa Idil Addunyaa Ispuutiniik Afrikaan Biiroo isaa Afrikaa magaalaa Finfinneetti baneera. Af Yaa'iin…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa ajandaalee adda addaarratti murtoo dabarsuun yaa’ii isaa xumure Sifen Megersa Feb 19, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Mana Maree Magaalaa Finfinnee Yaa’ii Idilee 2ffaa bara hojii 4ffaa taa’aa ture ajandaalee adda addaarratti murtoo dabarsuun xumureera. Yaa'ichi…
Oduu biyya keessaa Godaantoonni Itiyoophiyaa 96 Jibuutii gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Feb 19, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Godaantoonni Itiyoophiyaa karaa seeraan alaan godaansarra turan 96 Jibuutii gara biyyaa deebi’uu Jibuutiitti Imbaasiin Itiyoophiyaa beeksise.…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Kaampaalaa gale Sifen Megersa Feb 19, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartoota Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Ugaandaa Kaampaalaa galeera. Garichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Intabee gahu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Baankii Addunyaatti daayrektera naannawichaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 19, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Baankii Addunyaatti Daayrektera Naannawichaa Daani’eel Daluutiizkii waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen amantii barsiisa amantiin cinaatti nageenya waaressuuf ga’ee olaanaa qabu jedhame Sifen Megersa Feb 19, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Miidiyaaleen amantii barsiisa amantiin cinaatti nageenya waaressuuf, Waldanda’uu fi walooma cimsuuf ga’ee olaanaa qabaachuun Abbaan Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan michummaa Raashiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti – Obbo Taaggasee Caafoo Sifen Megersa Feb 19, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan michummaa dameewwan garaagaraan Raashiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsitee kan itti fuftu ta’uu Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon gita isaanii Noorweey waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 19, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos gita isaanii Noorweey Eespiin Baarti Ayid waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Konfiraansii Raayyaa Ittisaa Idil Addunyaarratti hirmaachaa jirti Sifen Megersa Feb 19, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Jilli Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu Konfiraansii Raayyaa Ittisaa Idil Addunyaa Faransaayitti…
Oduu biyya keessaa Armeeniyaan hariiroo dippiloomaasii Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuu akka barbaaddu ibsite Sifen Megersa Feb 19, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Armeeniyaan hariiroo gamlamee fi hunda galeessa Itiyoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf fedhii qabaachuu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri…