Har’a taphni Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu akkaan eegama
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu akkaan eegama.
Har’a halkan sa’aatii 5:15 eegalee falmiin…