Oduu biyya keessaa Ayyaanni Diishtaa Giinaa kabajamaa jira Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti ayyaana bara haaraa saba Aarii kan ta’e ayyaanni Diishtaa Giinaan Magaalaa Jiinkaatti kabajamaa jira. Ayyaanni kun mata duree…
Oduu biyya keessaa Manneen Barnootaa Galaan Guuraatti argaman adeemsa baruu fi barsiisuu eegalan Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Guyyaa Kaleessaa kan eebbifaman Manneen Barnootaa Galaan Guuraatti argaman 3 adeemsa baruu fi barsiisuu eegalaniiru. Hogganaan Biiroo Barnoota Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Komishinichi milkaa’ina ajandaa walitti qabuu Oromiyaatti gaggeefamuuf haala mijeessitoota… Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaaleessaa milkaa'ina ajandaa walitti qabuu Naannoo Oromiyaatti gaggeefamuuf haala mijeessitoota waliin mari'achaa jira. Adeemsi…
Idil Addunyaa Haasawa jibbiinsaa eenyummaarratti xiyyeeffate qolachuuf tattaaffiin waloo akka taasiifamu waamichi… Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Haasawa jibbiinsaa eenyummaarratti xiyyeeffate qolachuuf tattaaffiin waloo akka taasiifamu Gamtaan Afrikaa waamichi dhiyaasse. Yaa’iin Ittisa Haasawa…
Ispoortii Taphoonni shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Taphoonni ramaddii shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan tapha har’a sa’aatii 2:45 eegalee Giroonaan Liiverpuul, Daayinemoo Zaagreeb Seeltik…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa ariitiin guddachaa jiran keessaa ishee tokkoodha – Dooktar Abiy… Tsehay Guluma Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa ariitiin guddachaa jiran keessaa ishee tokkoo ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa “Dishtaa Giinaan” ayyaana Duudhaalee nageenyaa, jaalalaa, tokkummaa fi waldeeggaruu… Debela Tadesse Dec 9, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC)- Jijjiirraa bara haaraa Saba Arii “Dishtaa Giinaa” ilaalchisuun Pireezidaantiin Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Xilaahuun Kabbadaan ergaa baga geessanii…
Ispoortii Magaalaa Bahiirdaar 0 – 0 Qidduus Giyoorgis Debela Tadesse Dec 9, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC) –Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 11ffaan taphni magaalaa Bahiirdaarii fi Qidduus Giyoorgis gidduutti taphatame galchii malee qixaan xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Muummee Itti Aanaa Cheek waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 9, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC)- Ministrri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Muummee Itti Aanaa Rippaabilikii Cheek Maariyaan Juureeskaa waliin mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Aanaa Muunessaatti miseensonni WBO karaa nagaa filachuun galan Debela Tadesse Dec 9, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC)-Godina Arsii Aanaa Muunessaatti waliigaltee nageenya Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltoota WBO gidduutti taasifame hordofuun miseensonni WBO karaa…