Ispoortii Leenjisaa Asiraat Hayileen du’aan addunyaa kanarraa boqotan Sifen Megersa Oct 25, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Seenaa Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa keessatti gumaacha olaanaa kan qaban taphataa fi leenjisaan duraanii garee biyyaaleessa Itiyoophiyaa Asiraat…
Oduu biyya keessaa Shakkamaan Taaksii Birrii biiliyoona 25 ol miidhaa qaqqabsiisuun himatame balleessera jedhame Sifen Megersa Oct 25, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Shakkamaan Barakat Allellinyi jedhamu taaksii Birrii biiliyoona 25 ol miidhaa qaqqabsiisuun himatame balleessaa raawwateera jedhame. Mana Murtii…
Ispoortii Taphoota Piriimeer Ingilaandi torbee 9ffaan taphni Arsenaal Liivarpuul,Cheelsiin ammoo Niwuukaasiil… Sifen Megersa Oct 25, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaan tapha har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee Leesister Siitiin Nootiingihaam Foresti waliin…
Oduu biyya keessaa Galmoonni sadarkaa maatitti milkeessuuf qabanne xiyyeeffannoo barbaadu-Pir. Shimallis Abdiisaa Tsehay Guluma Oct 25, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC)-Galmoonni ijoon sadarkaa maatiitti milkeessuuf qabaman hojiilee xiyyeeffannoo barbaadan ta'uu Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Shimallis…
Oduu biyya keessaa Jilli Itiyoophiyaa Waltajjii Marii Birmadummaa Idaa Idil Addunyaarratti hirmaate Debela Tadesse Oct 25, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC)-Gareen Jila Itiyoophiyaa walga’ii waggaa 2024 Dhaabbataa Maallaqaa Addunyaa fi Baankii Addunyaan cinaatti Waltajjii Marii Birmadummaa Idaa Idil…
Uncategorized Nageenya naannichaa wareessuuf hojiin hojjetamaa jiru bu’aa fidaa jira jedhame Sifen Megersa Oct 25, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Nageenya wareessuuf hojiin hojjetamaa jiru bu’aa fidaa jiraachuu Koreen Dhaabbii Dhimma Bulchiinsa, Seeraafi Misooma Namaa…
Oduu biyya keessaa Yaadni Itiyoophiyaan Yaa’ii BRICS irratti kaafte fudhatama argateera – Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Sifen Megersa Oct 25, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Yaadni Itiyoophiyaan Yaa’ii BRICS 16ffaa irratti kaafte hedduun isaa fudhatama argachuu Daayrektarri Jeneraalaa Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Mariin Dooktar Abiy hoggantoota Miseensa BRICS waliin taasisan qajeeltoo kennanii fudhachuu… Tsehay Guluma Oct 25, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC)-Mariin Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy hoggantoota Miseensa BRICS waliin taasisan qajeeltoo kennanii fudhachuu Itiyoophiyaa fi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa dhalootaaf dabarsuuf Wareegamni dhiigaa kaffalameera – Fiildi Maarshaal Birhaanuu… Sifen Megersa Oct 25, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa 117ffaan mata duree "Raayyaa qormaatileen ijaaramaa dhufe” jedhuun sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa Namoota 4’f beekkamtii Kabajaa Miseensummaa kenne Tsehay Guluma Oct 25, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Namoota 4’f beekkamtii Kabajaa Miseensummaa kenneera. Haaluma kanaan Balaay Mangashaa,Ustaaz Jamaal Bashir, Mahammad Biin…