Hospitaalli Rifeeraalaa Ajaja Bahaa Sadarkaa 3ffaan ogeeyyii yaala fayyaa leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Hospitaalli Rifeeraalaa Ajaja Bahaa Sadarkaa 3ffaan ogeeyyii ogummaa yaala fayyaa garaagaraan leenjisaa ture 800 eebbisiiseera.…