Oduu biyya keessaa Godaantoonni 66 gara biyyaatti deebi’an Tsehay Guluma Nov 27, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)- Godaantoota seeraan alaa 66 balallii marsaa lamaan gara biyyaatti deebisuu Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise. Embaasichi Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee boba’aa seera hin kabajnerratti Tarkaafiin cimaan ni fudhatama-Ministeericha Tsehay Guluma Nov 27, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)-dhaabbilee boba’aa seeraa fi sirna diriirfame kabajanii hin hojjennerratti tarkaafiin cimaan kan fudhatamu ta’uu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti…
Oduu biyya keessaa Komishinarri Jeneraalaa Dammallash Gabramikaa’el Inispeektara Tajaajila Poolisii Biyyaalessa… Tsehay Guluma Nov 27, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)- Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa Dammallash Gabramikaa’el Inispeektara Tajaajila Poolisii Biyyaalessa Rippaabiliika Sudaan Jeneraal Atam Maarool…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan yakkoota daangaa ce’an Ittisuuf murannoo qabaachuu ibsite Tsehay Guluma Nov 27, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)- Yaa’iin Waggaa Opireeshinii giddugala Nageenyaa Naannawichaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa’icharratti Ittaanaan Komishinaraa Komishinii…
Oduu biyya keessaa Xaaliyaaniin anniisaa haareffamaa irratti Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf fedhii akka qabdu ibsite Debela Tadesse Nov 27, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)- Xaaliyaaniin annisaa haareffamaa irratti Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf fedhii akka qabdu ibsiteetti. Ministirri Ministeeraa Bishaanii fi Inarjii…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Buufata Konkolaataa Naqamtee %93 irraa ga’e Debela Tadesse Nov 27, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)- Ijaarsi Buufata Konkolaataa Qindaa'aa Magaalaa Naqamtee %93rraa ga’uun ibsame. Sadarkaan ijaarsa buufatichaa Ogeeyyii Biiroo Daandii fi Lojistiksii…
Oduu biyya keessaa Hindi diinagdee Itiyoophiyaa fooyyessuuf akka tumsitu ibsite Debela Tadesse Nov 27, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)- Hindi diinagdeen Itiyoophiyaa akka fooyya’uuf hammattoo walta’iinsa BRICS’n tumsa taasisuuf qophii ta’uu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Biyyattii Aniil…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa balallii Guyyuu gara Dambii Doollootti eegaluufi Tsehay Guluma Nov 27, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)-Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa balallii guyyuu gara Dambii Doollootti eegaluuf ta’uu beeksiseera. Daandiin Qilleensichaa balallii guyyuu Sadaasa 27,…
Oduu biyya keessaa Somaaliyaatti bobba’uun Humna Nagaa Kabajachiisaa nageenya naannawaa haala mirkaneessuun ta’uu… Debela Tadesse Nov 27, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)- Fuulduratti Somaaliyaatti bobbaafamuun Ergama Nagaa Kabachiisaa Gamtaa Afrikaa nageenya naannawaa haala mirkaneessuun ta’uu akka qabu hayyoonni…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaa Dubartootaa Makkaanaayizeeshinii Qonnaa keessatti guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu… Tsehay Guluma Nov 27, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)-Hirmaannaa Dubartootaa Makkaanaayizeeshinii qonnaa keessatti guddisuun barbaachisaa ta’uu Waldaan Mahaandisoota Qonnaa Itiyoophiyaa ibse.…