Hinditti sababa dhugaatii summaa’aan lubbuun namoota hedduu darbuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Hindi Bulchiinsa kutaa Kibbaatti sababa dhugaatii Alkoolii summaa’aan lubbuun namoota 34 darbuu gabaafame.
Namoota lubbuun darban…