Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qormaanni Kutaa 8ffaa kennamuu eegale Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Qormaanni Naannoo Kutaa 8ffaa kan bara 2016 kennamuu eegaluu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera. Naannichatti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hariiroo gamhedduu bu’a qabeessa ta’e uumuuf kutannoo qabdi – Ambaasaaddar Taayyee… Sifen Megersa Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan hariiroo gamhedduu bu’a qabeessa ta’e uumuuf kutannoo qabaachuu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsaqasillaaseen…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 167 Saa’udiirraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 167 gara biyyaatti deebi’aniiru. Kanneen deebi’a hunduu dhiirota…
Oduu biyya keessaa Maalaawiiitti Xiyyaarri Pireezidaantii Ittaanaa fi qondaaltota biroo 9 fe’e achi buuteen dhabame Debela Tadesse Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Xiyyaarri Pireezidantii Ittaanaa Maalaawii Saawulos Chilimaa fi aanga’oota biroo sagal fe’ee ture achi buuteen dhabamuu Waajjirri Pireezidantii Biyyattii…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shideen Ministira Maallaqaa Kuwaataara waliin mari’atan Debela Tadesse Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen gita isaanii Kuwaataar Alii Biin Ahimad Al Kuwaarii waliin mari’ataniiru. Mariin isaaniis…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Dhimma Alaa Raashiyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov waliin mari’ataniiru. Mariin…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontirobaandii Birri miiliyoona 371 olitti tilmaamaman to’ataman Debela Tadesse Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 371 olitti tilmaamaman to’atamuu Koomsihiniin Gumurukaa beeksise. Komishinichi Caamsaa 23-29, 2016'tti…
Oduu biyya keessaa Daandilee misooma kooridarii tajaajilaaf banaa ta’anirra konkolaataa dhaabuun dhorkame Debela Tadesse Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Daandilee hojiilee misoomaa kooridariin xumuramanii tajaajilaaf banaa ta’anirra konkolaataa dhaabanii deemuun dhorkaa ta’uu Poolisiin Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Habtaamuu Ittafaan hoggaantoota olaanoo UNICEF fi Baankii Addunyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarji Dooktar Injiinar Habtaamuu Ittafaan Itiyoophiyaatti Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Bakka Bu’aa Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Walga’ii Ministiroota Dhimma Alaa Miseensota BRICS irratti hirmaachaa jirti Debela Tadesse Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Raashiyaatti gaggeeffamaa kan jiru walga’ii Ministiroota Dhimma Alaa biyyoota Miseensota BRICS diinagdeen guddachaa jiraniirratti…