Fana: At a Speed of Life!

Caffeen muudamoota garaagaraa raggaasise

Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa’ii duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii Caffee 7ffaa gaggeessaa jiruun muudamoota garaagaraa dhiyaatatn raggaasiseera.

Haaluma kanaan:-
1.Obbo Abdurahmaan Abdallaan sadarkaa Ittaanaa Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa

2.Obbo Masfin Malaakuun sadarkaa Ittaanaa Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa

3. Dooktar Rashaad Kamaal sadarkaa Ittaanaa Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa

4.Dooktar Mangistuu Baqqalaa sadarkaa Ittaanaa Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa

5.Obbo Ahimad Idiriis sadarkaa Ittaanaa Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa
6. Ahimad Hajjii sadarkaa Ittaanaa Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa

Miseensa Maree Mootummaa Naannoo Oromiyaa

1.Dooktar Tolaa Bariisoo Hogganaa Waajjira Pireezidaantii

2. Obbo Guyyoo Waariyoo hogganaa Biiroo Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa

3. Dooktar Abdullaziiz Daawud hoggannaa Biiroo Maallaqaa Oromiyaa

4.Obbo Tasfaayee Tulluu hogganaa Biiroo Galiiwwanii Oromiyaa

5. Dooktar Abdii Yuuyyaa, Hogganaa Biiroo Karooraa fi misoomaa

6.Dooktar Bultoosaa Hirkoo hogganaa Biiroo Barnootaa

7. Piroofeesar Natsaannat Warqinaa Hoggantuu Biiroo Fayyaa Oromiyaa

8.Obbo Tashoomaa Boggalaa hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa,

9.Dooktar Namarraa Gabayyoo hogganaa Biiroo misoomaa Albuudaa fi Inarjii Oromiyaa

10. Obbo Taarraqanyi Bulultaa hogganaa Biiroo Interpiraayizii fi Indaastirii Oromiyaa

11. Dooktar Adaree Asaffaa hogganaa Biiroo Daldalaa fi Invastimantii Oromiyaa

12. Aadde Masarat Asaffaa hoggantuu Biiroo lafaa Oromiyaa

13. Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan hoggantuu Biiroo Dhimma Dubartotaa fi Hawaasummaa Oromiyaa

14. Obbo Xilahuun Warquu hogganaa Biiroo Misooma Magaalaa Oromiyaa

15. Dooktar Ayyaantuu Guuttataa hoggantuu Biiroo Kalaqaa fi Teeknooloojii

16. Aadde Heldayaanaa Sulxaan hoggantuu Biiroo Tuurizimii Oromiyaa

17. Obbo Tijjaanii Naasir hogganaa Biiroo Nageenyaa Oromiyaa

18. Aadde Roozaa Biyyaa hoggantuu Biiroo Aadaa fi Ispoortii Oromiyaa

19. Injinar Girmaa Raggaasaa hogganaa Biiroo Jalliisii fi Horsiisee Bulaa Oromiyaa

20. Habiib Qumbii hogganaa Biiroo Daandii Oromiyaa

21. Injinar Maariyaa Guutamaa hoggantuu Biiroo Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa ta’uun dhiyaatan sagalee caalmaan raggaasiseera.

Muudamtoonnis caffee fuulduratti dhiyaachuun sirna kakuu raawwataniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.