Browsing Category
Biiznasii
Biirichi hanga baatii Eeblatti galii Mana qopheessaarra Birrii biiliyoona 6.2 walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Biiroon Galiwwanii Oromiyaa hanga baatii Eeblatti galii Mana qopheessaarraa Birrii biiliyoona 6.2 walitti qabuu beeksiseera.
Waltajjiin gamaaggama…
Bulchiinsi Magaalichaa Intarpiraayizoota 169 gara Intarpiraayizii sadarkaa giddugaleessaatti ceesise
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Intarpiraayizoota 169 gara Intarpiraayizii sadarkaa giddugaleessaatti ceesise.
Sirni eebba ce’umsa Intarpiraayizii…
Daldala ba’ii fi galii saffisiisuuf buufataalee garagaraa fayyadamuuf hojjetamaa jira-Abbaa Taayitaa…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) –Daldala ba’ii fi galii saffisiisuuf tajaajila buufataalee garagaraa fayyadamuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Maariitaayimii…
Baankiin Biyyaalessaa Ityoophiyaa Baankota ulaagaa hundeeffamaa guutan saddeetiif eeyyama kenne
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Baankiin Biyyaalessaa Ityoophiyaa Baankota ulaagaa hundeeffamaa guutan saddeetiif eeyyama kennuu beeksiseera.
Daayrektarri To’annoo Bankii…
Gatiin aannanii haala hinbaratamneen qaala’uu fayyadamtoonni eeran
Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) - Haala kanaan dura hinbaratamneen gatiin aannanii dabalaa jiraachuu fayyadamtoonni komatan.
Fayyadamtoonni komii isaanii FBC’tti himan, gatiin…
Mariin haala Abbootiin qabeenyaa Ityoophiyaa fi Ingiliz waliin hojjechuu danda’an irratti…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) – Mariin haala Abbootiin qabeenyaa Ityoophiyaa fi Ingiliz waliin hojjechuu danda’an irratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.
Marichi Imbaasii Ingliziin kan…
Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 110tti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) - Torban darbe meeshaaleen kontirobaandii ba’iifi galii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 10 fi kuma 66 tti tilmaamaman to’atamuu Kooomishiniin…
Hawaasni Maallaqa Virchu’aalaa kaffaltiif fayyadamuurraa akka of qusatu Bankiin Biyyaalessaa…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Maallaqa Virchu’aalaa kaffaltiif fayyadamuun gochaa beekamtiin hin laatamneef waan ta’eef hawaasni gocha seeraan alaa kanarraa akka of qusatu Bankiin…
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa damee haaraa hojjettoota dubartootaa qofaan tajaajilu Jimmaatti…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa damee haaraa hojjeettoota dubartoota qofaan tajaajilli itti kennamu Magaalaa Jimmaatti eegalchiise.
Qulqullina…
Hooteela Kennaa abbaa urjii afurii Birrii miiliyoona 450 ijaarame eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Hooteela Kennaa abbaa urjii afurii Birrii miiliyoona dhibba 400 fi miiliyoona 50’n Finfinneetti ijaarame eebbifameera.
Hoteelli abbaa qabeenyaa Obbo…