Browsing Category
Biiznasii
Dandeettiin oomishuu Indaastiriiwwan Oomishaa 60 % qaqqabuu ibsame
Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC) – Hanqinaalee turan furuun dandeettiin oomishuu Indaastiriiwwan Oomishaa 60% qaqqabuu Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal ibsan.…
Baatiwwan shanan darban galiin Birriin biiliyoonni 300 fi biiliyoonni 80 walitti qabame
Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC) – Baatiwwan shanan darban galiin Birriin biiliyoonni 300 fi biiliyoonni 80 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.
Ministirri Ministeera…
Abbootiin qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 2.6 galmeessan Zoonii Addaa Diinagdee Jimmaatti…
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)- Abbootiin qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 2.6 ol galmeessan Zoonii Addaa Diinagdee Jimmaatti hojii Omisha Bunaa fi Baalaa Shaayee eegaluufi.
Hoji…
Gareen ‘AE-Trade’ Finfinneetti biiroo banuufi
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)- Gareen Daldala Elektirooniksii Afrikaa (AE-Trade) Biiroo Afrikaa Bahaa Finfinneetti banuuf Ministeera Dhimma Alaa waliin waliigaltee mallatteesse.…
Daldaltoota Nagahee malee Daldalaa turan kuma 1 fi 145 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Mudde10, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Daldaltoota Nagahee malee Daldalaa turan kuma 1 fi 145 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon Galiiwwanii magaalichaa beeksise.…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 30 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Sadaasa 27 hanga Mudde 3, 2017ti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 30 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa…
Agarsiisnii fi baazaariin daldalaa Qillee baname
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Agarsiisanii fi baazaariin daldalaa Qillee 2017 Finfinneetti baname.
Agarsiisa fi baazaaricha kan banana Ministirri Ministeera daldalaa fi walitti…
Warshaan Sukkaaraa Oomoo Kurraaz lakkoofsa 3 oomisha eegale
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Warshaan Sukkaaraa Oomoo Kurraaz lakkoofsa 3 oomisha eegale.
Gareen Indaastirii Sukkaaraa Itiyoophiyaa warshichi bara 2017 hojii sukkaaraa oomishee baasuu…
Dooniin Xaa’oo biyyoo Kuntaala kuma 500 fi kuma 50 ol feete Jibuutii geesse
Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Dooniin Xaa’oo biyyoo Daappii jedhamu Kuntaala kuma 500 fi kuma 50 ol feete Jibuutii gahuu Korporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Itiyoophiyaa beeksise.
Xaa’oon…
Dhabbileen Chaayinaa Buna Itiyoophiyaa bituuf fedhii qabaachuu ibsan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC) – Dhaabbileen Chaayinaa Buna Itiyoophiyaa baay’inaan bituuf fedhii qabaachuu beeksisan.
Jilli Mana Maree Daldalaa, Tumsa Diinagdee fi walitti Hidhamiisa…