Browsing Category
Biiznasii
Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiikaaf meeshaaleen bu’uuraa gahaan dhiyaachaa jiru- Biiricha
Finfinnee, Bitootessa 30, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiikaaf meeshaaleen bu’uuraa gahaan dhiyaachaa jiru jedhe Biiroon Daldalaa Naannichaa.
Biirichatti Daayrektarri…
Agarsiifni Daldalaafi Baazaariin walitti hidhaminsa gabaa mijeessuun tasgabbiin gatii akka jiraatu…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2018 (FMC) - Kutaalee Magaalaa Shaggar hunda keessatti ayyaana Hiikaa sababeeffachuun agarsiisni baazaarii daldalaa mata duree "Shaggar Oomishaa jirti"jedhuun…
Soogiddaafi Zayita qofa gabaadhaa bittanna – Qonnaan Bultoota Magaalaa Shaashamannee
Finfinnee, Bitootessa 28, 2018 (FMC) -Soogiddaafi Zayita qofa gabaadhaa bittanna jedhan Qonnaan Bultootni Magaalaa Shaashamannee.
Waggoottan jijjiirama darban hojiirra kan oole…
Konfiraansiin Tuurizimii maqaa biyyaa beeksisuuf faayidaa olaanaa qaba – Obbo Tasfaahuun…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2018 (FMC) - Konfiraansiin Tuurizimii maqaa biyyaa beeksisuuf faayidaa olaanaa qaba jedhan Ministir Deetaan Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Obbo Tasfaahuun…
Oromiyaatti waggoottan shanan darban abbootiin qabeenyaa kappitaala Birrii biiliyoona 400…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) – Waggoottan shanan darban abbootiin qabeenyaa kappitaala Birrii biliyoona 400 fi biiliyoona 4.8 galmeessisan simatamuun hojiitti galan jedhe Biiroon…
Biyya yeroo gabaabaa keessatti oomisha Qamadiin Afrikaarraa adda duree taate…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan yeroo gabaabaa keessatti Afrikaa irraa biyya qamadii baay’inaan oomishtuu taate jedhe Waajjirri Ministira Muummee.
Utubaa ijoo…
Ministeerichi gatii boba’aa qinxaaboo irratti fooyyessii taasise
Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC)- Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa gatii boba’aa irratti fooyyessii taasiseera.
Ministeerichi waraana Giddugaleessa Bahaatti mudate…
Boba’aan seeraan ala daddabarfamaa ture liitirri miiliyoonni 1 to’atame- Dooktar Kaasaahun Goofee
Finfinnee, Bitootessa 23, 2018(FMC)- Baatiwwan 8 darban keessa boba’aan seeraan ala daddabarfamaa ture liitirri miiliyoonni 1 to’atameera jedhan Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti…
Baankiin Chaayinaa ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuuf deeggarsa maallaqaa taasisuuf…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2018(FMC) – Baankiin Chaayinaa ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu raawwachiisuuf kan oolu deeggarsa maallaqaa taasisuuf fedhii agarsiiseera.…
Bootteen karaa seeraan alaa boba’aa dhoksuuf ture to’atame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2018 (FMC) - Magaalaa Walaayittaa Sooddootti namoonni bu'aa hin malle argachuuf karaa seeraan alaan boba'aa Naafxaa Boottee guutuu dhoksuuf turan to'annoo jala…