Browsing Category
Biiznasii
Qaamoleen boba’aa tilmaama gatii kaa’ameen ol gurguran to’atamaa jiru- obbo Ahimad Shidee
Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) – Qaamoleen boba’aa tilmaama gatii kaa’ameen ol gurguran to’atamaa jiru jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen.
Obbo Ahimad Shideen…
Qaamolee oomisha Bunaa kuusanirratti tarkaanfiin ni fudhatama – Ministeericha
Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) – Qaamolee oomisha Bunaa karaa seeraan alaa kuusanii fi dhoksanirratti tarkaanfiin ni fudhatama jedhe Ministeerri Qonnaa.
Ministeerichi haala gabaa…
Baatiwwan torban darban daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 5.91cargame – Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) - Baatiwwan torban darban daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 5.91cargame jedhan Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Milkaa’inni Itiyoophiyaan damee qonnaan galmeessite biyyoota Afrikaaf fakkeenya kan ta’uudha –…
Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC) – Milkaa’inni Itiyoophiyaan damee qonnaan galmeessite biyyoota Afrikaaf fakkeenya kan ta’uudha jedhan ogeeyyiin qonnaa biyyoota Afrikaa garaagaraa.…
Qoodinsa galii waloon Birriin biiliyoonni 71 ol Naannoleef qoodame- Afyaa’ii Aganyawu Tashaagar
Finfinnee,Guraandhala 16, 2018 (FMC) –Bara baajataa 2018 baatiiwwan torban darban qoodiinsa galii waloon Birriin biiliyoonni 71. 33 naannoleef qoodameera jedhan Afyaa’iin Mana Maree…
Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa alaa addaa gaggeesse ifoomse
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa bu'aa caalbaasii sharafa alaa addaa har'a gaggeesse ifoomseera.
Doolaarri miiliyoonni 500 caalbaasichaaf kan…
Dhagaan cilee biyya keessatti oomishamuu eegaluu isaan gatiin Simmintoo fi meeshaalee ijaarsaa akka…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) –Godina Wallagga Bahaa Aanaa Diggaatti kan ijaarame Warshaan Dhagaa Cilee Arjoo har’a eebbifameera.
Warshaan kun bakka Ministirri Muummee FDRI…
Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa galii Birrii biiliyoona 74.4 argate
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa baatiiwwan jahan darbanitti galii Birrii biiliyoona 74.4’n argadhe jedhe.
Dhaabbatichi ulaagaalee…
Milkaa’inoota Fooyyessii Diinagdee Itiyoophiyaa itti fufsiisuuf tumsaan ni hojjenna – Baankii…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Milkaa’inoota Fooyyessii Diinagdee Itiyoophiyaa itti fufsiisuuf tumsaan ni hojjenna jedhe Baankii Addunyaan.
Milkaa’inoota fooyyessichaan argaman…
Itiyoophiyaa fi Faransaay waliigaltee deggersa Yuuroo miliyoona 81.5 waliif mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Itiyoophiyaa fi Faransaay waliigaltee idaa deebisanii caasessuu fi deggersa Yuuroo Miliyoona 81.5 walii mallatteessan.
Ministirri Maallaqaa Ahimad…