Browsing Category
Biiznasii
Tajaajilli Elektirika Ityoophiyaa baatiiwwan 6’n darbanittitti galii Birrii biiliyoona 11 ol …
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Tajaajilli Elektirika Ityoophiyaa baatiiwwan 6'n darbanitti galii Birrii biiliyoona 11 fi miiliyoona dhibba 1 walitti qabuu beeksise.
Tajaajilichi bara…
Oromiyaatti Baatiwaan jahan darbanitti galiin Birrii biiliyoonni 25 ol argame
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Biiroon galiiwwan Oromiyaa baatiiwwan ja'an darabanitti galii Biirr biiliyoona 25 fi miiliyoona walitti qabuu beeksiise.
Galiin argame…
Oomishoonni sadarkaa qulqullinaa dirqisiisaa ta’e hin guunne gara biyya keessaa akka hin seenne…
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) –Qorannoo laabiraatoorii fi Sakattoo Inspeekshinii oomishaalee alaa galanirratti gaggeeffameen oomishoonni sadarkaa qulqullinaa dirqisiisaa ta’e hin guunne…
Naannoo Kibbaatti daldaltoota seeran alaa kuma 29 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) – Naannoo Kibbaatti daldaltoota seeran ala hojii daldalaarratti bobba’an kuma 29 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon Daldalaa fi Misooma Gabaa…
Magaalaa Baabbileetti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 4tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) –Godina Harargee Bahaa Magaalaa Baabbileetti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 4 olitti tilmaamamu to’atamuu Poolisiin Godinichaa beeksiise.…
Dameen qonnaa raawwii karooraa daldala alaa % 109 galmeessisuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Baatiiwwan 6 darbanitti daldala alaa dame qonnaarraa galiin Doolaarri biiliyoona 1 fi miiliyoona dhobba 3 ol argamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.…
Naannichatti abbootiin qabeenyaa Birrii biiliyoona 42 ol galmeessisan damee invastimantiirratti…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Baatiiwwan ja’an darbanitti naannoo Amaaraatti abbootiin qabeenyaa Birrii biiliyoona 42 ol galmeessisan damee invastimantiirratti bobba’uu Biiroon…
Ityoophiyaa, Jibuutii fi Rashiyaan fooramii daldalaa waloo gaggeessan
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) – Fooramiin daldalaa waloo Ityoophiyaa, Jibuutii fi Rashiyaa magaalaa Mooskootti gaggeeffameera.
Fooramichi qindoomina koree qindeessa deeggarsa…
Hojjettoonni hamma galii taaksii hir’isuun Birrii miiliyoona 3.7 matta’aa fudhachuuf turan to’ataman
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Hojjettoonni Ministeera Galiiwwanii Maallaqa galii taaksii olaanaa ta'e hir’isuun Birrii miiliyoona 3.7 matta’aa fudhachuuf turan harkaaf harkatti…
Damee oomishaarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 238 ol argame
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Baatiwwan jahaan darban damee oomishaarraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 38 ol argamuu Ministeerri Indaastirii…