Browsing Category
Biiznasii
Magaalaa Finfinneetti rakkoo dhiyeessii Beenziinii mudate hanga Jimaataatti furuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti rakkoo dhiyeessii Beenziinii mudate hanga Jimaataatti furuuf hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Dhiyeessii fi Raabsaa Boba’aa …
Fooramiin biiznasii Ityoo-Faransaay Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) –Hariiroo damee Invastimantii fi diinagdee Ityoophiyaa fi Faransaay gidduu jiru caalmaan guddisuuf Fooramiin biiznasiichaa magaalaaa Finfinneetti…
Godina Baaleetti daldaltoota seeraan ala daballii gatii taasiisan irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Godina Baaleetti daldaltoota seeraan ala daballii gatii taasiisan 692 irratti tarkaanfiin seeraa fudhatamuu Waajjiri Daldalaa Godinichaa beeksise…
Oomishaalee kuduraa fi muduraa Ityoophiyaa gabaa Jibuutiif dhiyeessuuf waliigalteerra ga’ame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Jibuutiin oomishaalee kuduraa fi muduraa gabaa Jibuutiif dhiyeessuuf waliigaluu ibsame.
Fooramiin jalqabaa Kuduraa fi Muduraa Ityoo-…
Raashiyaan oomisha boba’aa ishee Ruubli yookaan Biit Kooyiniin gurguruu akka dandeessu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Raashiyaan oomisha boba’aa ishee alatti ergitu maallaqa biyyashee Ruubli yookaan Biit Kooyiniin gurguruu akka dandeessu beeksiste.
Qoqqobbii yeroo…
Jimmaatti dhadhaa fi dammi wantoota farra fayyaa namaa ta’aniin makamuun gabaaf dhiyaachuuf ture…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti dhadhaa fi dammi wantoota farra fayyaa namaa ta’aniin makamuun gabaaf dhiyaachuuf ture too'annaa jala oole.
Shakkamaan dhadhaa fi…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 67 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 67 fi kuma dhibba 5 fi kuma 20 olitti tilmaamamu to'atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.
Torbe darbe…
Kutaalee magaalichaa garaagaraatti Zayitiin nyaataa raabsamaa jira jedhame
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Kutaalee magaalaa Finfinnee garaagaraatti Zayitiin nyaataa raabsamaa jiraachuu ibsame.
Faanaa Broodkaasting Korporate Kutaa magaalaa Liddataa,…
Daangeffamni Sochii maallaqaa Teelee Birrii ka’e
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Ityoo - Teeleekoom sochii itti fayyadama Teelee Birrii guyyaa guyyaa fi ji'aa daangessee ture kaasuu beeksiseera.
Daangeffama kana dura kaa'ee ture…
Fooramiin Carraa fi haala mijataa Invastimantii damee Fayyaa Ityoophiyaarratti xiyyeefate Dubaayitti…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Fooramiin Carraa fi haala mijataa Invastimantii damee Fayyaa Ityoophiyaa beeksiisuurratti xiyyeefate bakka Invastaroonni keessaa fi alaa argamanitti…