Browsing Category
Biiznasii
Gatiin boba’aa hanga Bitootessa 30, 2014 haaluma baatii darbeen itti fufa jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Mootummaan gatiin Boba'aa Gurraandha 19, 2014 hanga Bitootessa 30, 2014tti haaluma ammaa jiruun akka itti fufu murteessuu Ministeerri Daldalaa fi…
Mi’eessituuwwan akaakuun 4 fi Gaayyaan sirna bittaa fi gurgurtaa ammaayyaatti makaman
Finfinnee,Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Dinbilaalli, Sunqoo, Qundoo Barbareen, Maxaaffanni Gurraachi fi Gaayyaan sirna bittaa fi gurgurtaa ammaayyaa Oomisha Gabaa Ityoophiyaatti…
Godina Qellem Wallaggaatti qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee,Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Godina Qellem Wallaggaatti qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf dhiyeessiirratti xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Daldalaa…
Waldaan Aksiyoona zayita nyaata Ammarreessaa guyyaatti zayita liitira kuma 20 ol oomisha jiraachuu…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Waldaan Aksiyoona zayita nyaata Ammarreessaa guyyaatti zayita liitira kuma 20 ol oomisha jiraachuu ibseera.
Dhaabbatichi dandeetti guyyatti zayita…
Ityoophiyaa fi Paakistaan hariiroo daldalaa isaanii cimsuuf waliigalan
Finfinnee,Gurraandhala 16, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Paakistaan hariiroo daldalaa isaanii cimsuuf waliigaluu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa…
Saafaarii Koom Baatii Eebilaa jalqabee Koodii +2517 tajaajila laachuu ni eegala
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Saafaarii Koom Ityoophiyaan Baatii Eebilaa jalqabee Koodii +2517 tajaajila laachuu ni eegala jedhame.
Dhaabbatichi waggoota kurnan…
Daldala al-ergii Bunaa, Shaayii fi mi’eessituuwwan irraa galiin Doolaarri miiliyoonni 658 ol argamuu…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Baatiiwwan 7 darbanitti daldala al-ergii Bunaa, Shaayii fi mi’eessituuwwan irraa galiin Doolaarri miiliyoonni 658 ol argamuu ibsameera.
Baatiiwwan…
Lafti Heektarri kumni dhibbi 2 fi kumni 22 fi 740 sanyii mi’eessituwwaniin uuwwifame
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Ityoophiyaattii Lafti Heektarri kumni dhibbi 2 fi kumni 22 fi 740 sanyii mi’eessituwwaniin uuwwifamu ibsameera.
Addunyaarratti biyyoota…
Ministeerichi baatiiwwan 7 darbanitti Birrii biiliyoona 196.7 walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Ministeerri galiiwwanii baatiiwwan 7 darbanitti Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 96 fi miiliyoona dhibba 7 walitti qabuu beeksise
Galichi…
Baankichi sagantaa fudhaa, sharafadhaa, badhaafamaa marsaa 3ffaan abbootii carraa badhaase
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Baankiin Oromiyaa sagantaa fudhaa, sharafadhaa,badhaafamaa marsaa 3ffaan abbootii carraa badhaaseera.
Baankichi Waajjira Muummee Finfinnee…