Browsing Category
Biiznasii
Baatii Gurraandhalaa galii Birriin biiliyoonni 19.4 walitti qabame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii baatii Gurraandhalaa galii Birrii biiliyoona 19.4 walitti qabuu beeksise.
Ministeerichi baatii Gurraandhalaa…
Magaalichatti daballiin gatiis ta’e hanqinni boba’aa hin jiru
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee daballiin gatii taasifamee fi hanqinni boba’aa tokkollee kan hin jirre beeksiseera.
Buufataalee boba’aa fi…
Dhaabbanni Raashiyaa “X5” oomisha abaaboo Ityoophiyaa bituufi
Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – "X5" oomisha abaaboo Ityoophiyaadhaa gara Raashiyaatti erguufi.
Dhaabbanni Raashiyaa oomisha nyaataa gurguruun beekamu "X5", oomisha abaaboo…
Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf hojjetamaa jira- ministeericha
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii FDRI beeksise.
Ministeerichi dhaabbilee, caasaalee…
Koomiishinichi baatiiwwan 7n darbanitti lammiilee miiliyoona 1.67f carraan hojii uumamuu beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) - Koomiishiniin Carraa Hojii Uumuu baatiiwwan 7n darbanitti lammiilee miiliyoona 1.67f carraan hojii uumamuu beeksise.
Manni Maree Carraa…
Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf hojjetamuu akka qabu ibsame
Finfinnee, Guurraandhala 27, 2012 (FBC) - Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf diinaagdee waliigalaarratti hojjetamuu akka qabu ogeeyyonni diinagdee beeksisan.
Daballii gatii shaqaxootaa…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa tajaajila fe’umsaa fi loojastiiksitiin badhaasa idil addunyaa…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa tajaajila fe'umsaa fi loojastiiksitiin badhaasa idil addunyaa kan waggaa moo’ate.
Dhaabbatichi waldorgommii Hind…
Obbo Abbee Saannoo preezdaantii Baankii Daldalaa Ityoophiyaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Obbo Abbee Saannoo preezdaantii Baankii Daldalaa Ityoophiyaa ta'uun muudaman.
Obbo Abbeen Pirezdaantii baankichaa duraanii Obbo…
Torbeen baazaarii fi agrsiisa ogummaa fi teeknikaa magaalaa Finfinnee 10ffaan baname
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Torbeen baazaarii fi agrsiisa ogummaa fi teeknikaa magaalaa Finfinnee 10ffaan baname.
Torbeen baazaarii fi agrsiisa ogummaa fi…
Sagantaan wabii nyaataa magaalota 72tti hojiirra ni oola
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) – Sagantaan wabii nyaataa boqonnaa lamaffaa magaalota 72tti hojiirra ni oola.
Sagantichaan lammiilee miiliyoona 1 ol ta’an fayyadamoo taasisuuf…