Browsing Category
Biiznasii
Godinichi Muuzii Kg miiliyoona 4 fi Avokaadoo Kg miiliyoona 1.5 gabaa alaaf dhiyeessuuf karoorfachuu…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Godinni Jimmaa muuzii kiiloogiraama miiliyoona 4 fi Avokaadoo kiiloogiraama miiliyoona 1.5 gabaa alaaf dhiyeessuuf karoorfamuu beeksise.
Bulchaan…
Itiyoo Telekoom tajaajila Interneetii dhaloota 5ffaa Walaayittaa Sooddootti jalqabsiise
Finfinnee,Onkololeessa 23, 2017(FBC)- Itiyoo Telekoom tajaajila Neetwoorkii dhaloota 5ffaa (5G) Magaalaa Walaayittaa Sooddootti jalqabsiise.
Saganticha jalqabsiisa tajaajilichaarratti…
Warshaan Simmintoo Lammii Naashinaal oomisha gabaaf dhiyeessuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC)- Dhiyeenya hojii kan eegale Warshaan Simmintoo Lammii Naashinaal oomisha gabaaf dhiyeessuu eegaluu beeksise.
Warshichi oomishaa gabaaf dhiyeesuu…
Baatiiwwan 3’n darban invastimantii Doolara miiliyoona 300 hawwachuun danda’ameera jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC)- bara baajataa kana baatiiwwan sadan jalqabaatti invastimantii Doolaara miiliyoona 300 hawwachuun akka danda’ame Koorporeeshinii Misooma Paarkiiwwan…
Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gabaa maallaqaa Baankotaa ifoomse
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC)- Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gabaa maallaqaa Baankonni walirra liqeessanii fi liqeeffatan ifoomse.
Baankichi ibsa baaseen, imaammata…
Barana Galiin Birrii tiriiliyoona 1.5 ni eegama-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC)-Galii mootummaa federaalaa fi naannolee walitti qabaniin barana galiin Birrii tiriliyoona 1.5 kan eegamuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Indaastiriwwan Maanufaakchariingii carraa gabaa alaa fayyadamuun hojjechu qabu jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Indaastiriiwwan Maanufaakchariingii carraa gabaa alaatti fayyadamuun kara qindaa’aa ta’een hojjechuu akka qaban Ministeerri Indaastirii ibse.…
Galii Daldala Alaarraa argamu guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – Dooktar Kaasahuun Goofee
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Galii Daldala Alaarraa argamu guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Waliti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar…
Kurmaana kana eeyyamni Invastimantii haaraan 108 kenname – Komishinicha
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Kurmaana 1ffaa bara baajataa 2017 keessaa eeyyamni Invastimantii haaraan 108 Abbootii qabeenyaaf kennamuu Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa…
Paarkichi Zayita Avookadorraa oomishe yeroo jalqabaaf gabaa alaaf dhiyeesse
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Paarkiin Indaastirii Agroo Giddugaleessaa Diillaa Zayita Avokaadoorraa oomishe yeroo jalqabaaf gabaa Alaaf dhiyeessuu beeksise.
Zayita Avookaadoo…