Browsing Category
Biiznasii
Baasii naannichaa humna ofiin uwwisuuf hojiileen dandeessisaan hojjetamaa jiru- Obbo Awwal Aarbaa
Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Naannoo Afaaritti filannoowwan galii babal’isuun baasii humna ofiin uwwisuuf hojiileen dandeessisan hojjetamaa jiru jedhan Pireezidaantiin naannichaa obbo…
Sirna faayinaansii diijitaalaa cimsuuf hojjetamaa jira- Baankii Biyyaalessaa
Finfinnee, Hagayya 8, 2017(FMC)- Sirna faayinaansii diijitaalaa lammii hunda biraan gahuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa obbo Maammoo Mihiratuun.…
Ixaana gabaa alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 1.6 argame
Finfinnee, Hagayya 5, 2017(FMC) – Bara baajetaa xumurametti oomisha ixaanaa gabaa alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 1 fi kumni 600 argameera jedhe Korporeeshiniin Hojiiwwan…
Lakkoofsi herrega baankii namoota yakka sharafa seeraan alaan shakkamanii akka hin sochoone dhorkame
Finfinnee, Hagayya 2, 2017(FMC)- Lakkoofsi herrega baankii namoota yakka sharafa seeraan alaan shakkamanii 138 akka hin sochoone dhorkamuu Tajaajilli Nageenya Faayinaansii ifoomse.…
Humni Elektirikii Itiyoophiyaa galii Birrii biiliyoona 75 ol argate
Finfinnee, Hagayya 1, 2017 (FMC)- Humni Elektirikii Itiyoophiyaa galii Birrii biiliyoona 75 fi miiliyoona 400 argadhe jedhe.
Hojii Raawwachiisaa olaanaan Humna Elektirikii…
Baankichi hawaasni daldalaa gabaa sharafa alaa idileen alaa akka hin fayyadame hubachiise
Finfinnee, Adoolessa 30, 2017(FMC) – Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiratuun hawaasni daldalaa gabaa sharafa alaa idileen alaa akka hin fayyadame hubachiisan.
Obbo Maammoo…
Liqiin qarshii biiliyoonni 18 ol intarpiraayizootaaf raabsame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2017 (FMC) - Bara baajataa 2017tti liqiin maallaqaa fi meeshaaleen hojii qarshii biiliyoona 18 ol intarpiraayizoota omishaaf raabsame.
Itti aanaan daayreektara…
Daandiin Qilleensichaa galii Doolara biiliyoona 7.6 argate
Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC )- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Doolara biiliyoona 7 fi miiliyoona 600 argachuu ibse.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…
Gurgurtaa Elektiriikaa biyyoota ollaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 100 fi miiliyoonni…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) – Bara baajataa 2017 keessa Gurgurtaa Elektirikaa biyyoota ollaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 18 ol argame jedhe Humni…
Warqee batteeffaman seeraan ala daddabarfamaa ture to’atame
Finfinnee, Adoolessa 26, 2017 (FMC) – Warqee batteeffaman seeraan ala daddabarfamaa ture Kiiloo Giraamni 27 to’atame.
Warqeen kun Damee Gumrukaa Magaalaa Finfinnee Aqaaqii Qaallattii…