Browsing Category
Biiznasii
Baankichi baatiiwwan jahan darbanitti karaa diijitaalaan Birrii tiriiliyoona 1 daddabarse
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Baankiin Awaash baatiiwwan jahan darbanitti karaa diijitaalaan Birrii tiriiliyoona 1 daddabarseera jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Baankichaa obbo…
Giruuppiin Qarcaanshee Dhaabbata Qorannoo Qonnaa Biraaziil waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Amajjii 30,2018 (FMC)- Giruuppiin Qarcaanshee Dhaabbata Qorannoo Qonnaa Biraaziil Imbireeppaa jedhamu waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigalticha Hojii…
Baatiwwan jahan darban Konfiransiiwwan idil addunyaa 150 Finfinneetti keessummaa’an – Kantibaa…
Finfinnee, Amajjii 29, 2018 (FMC) – Baatiwwan jahan darban konfiransiiwwan idil addunyaa 150 Finfinneetti keessummaa’an jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.
Aadde…
Walakkaa waggaatti Birriin biiliyoonni 52.26 walitti qabame – Tajaajilicha
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 kana walakkaa waggaatti Birriin biiliyoonni 52.26 walitti qabame jedhe Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa.
Kunis gurgurtaa annisaa…
Fooyya’iinsi diinagdee Itiyoophiyaa naannawaa daldalaa mijataa uumeera- Dooktar Kaasaahun Goofee
Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Fooyya’iinsi diinagdee Itiyoophiyaa naannawaa daldalaa mijataa uumeera jedhan Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar…
Bu’aan caalbaasii sharafa alaa ifoome
Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC)– Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa alaa guyyaa har’aa gaggeesse ifoomseera.
Caalbaasii kanaaf Doolaarri miiliyoonni 70 dhiyaachuufi adeemsa…
Baatiwwan jahan darban oomishaalee qonnaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 2 argame –…
Finfinnee, Amajjii 23, 2018 (FMC) – Baatiwwan jahan darban oomishaalee qonnaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 2 argame jedhe Ministeerri Qonnaa.
Ministeerichi raawwii hojii baatiwwan…
Sirna daldala beelladootaa ammayyeessuun fayyadamummaa horsiisee bultootaa guddisuuf…
Finfinnee Amajjii 22, 2018(FMC) - Sirna daldalaa beellaootaa ammayyeessuun fayyadamummaa horsiisee bultootaa guddisuuf hojjetamaa jira jedhan Ministirri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Lammiin Chaayinaa eeyyema malee hojjechuun Itiyoophiyaa Doolaara miiliyoona14 ol dhabsiifte…
Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC) - Lammiin Chaayinaa eeyyema Baankii Biyyaalessaan ala hojjechuun Itiyoophiyaa Doolaara miiliyoona 14 dhabsiifte irratti himanni banameera.
Himatamtuun…
Itiyoo – Teeleekoomiin galii Birrii biiliyoona 85 ol argate
Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC) – Itiyoo – Teeleekoomiin baatiwwan jahan darban galii Birrii biiliyoona 85 ol argateedha jedhe.
Hojii Raawwaachiiftuu olaantuun Itiyoo Teeleekoom…