Browsing Category
Biiznasii
Baankichi hammattummaa faayinaansii mirkaneessuu fi hirmaannaa diinagdee lammiilee guddisuuf…
Finfinnee, Hagayya 6, 2018 (FMC)- Baankiin Siinqee hammattummaa faayinaansii mirkaneessuu fi hirmaannaa diinagdee lammiilee guddisuun, misooma hawaas-diinagdee fi deeggarsa misoomaa irratti…
Manni Maree Naannoo Afaar baajata 2019 Birrii biiliyoona 33.2 ol raggaasise
Finfinnee, Hagayya 4, 2018 (FMC)- Manni Maree Naannoo Afaar walga’ii idilee gaggeesseen,baajata naannichaa bara 2019 Birrii biiliyoona 33 fi miiliyoona 200 fi miiliyoona 53 ol sagalee…
Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa galii Birrii Biiliyoona 100 fi biiliyoona 18 ol argate
Finfinnee, Hagayya 1, 2018 (FMC)-Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa bara baajataa 2018 maddoota galii garaagaraarraa galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 18 .91 argateera.
Hojii…
Bara baajataa 2018 oomisha albuudaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 5.7 ol argame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Bara baajataa 2018 oomisha albuudaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 5 fi miiliyoonni 700 ol argameera jedhe Ministeerri Albuudaa.
Ministeerichi…
Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Walitti Hidhamiinsa Uummataa Cimsaa Jiru
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) - Fiixee Itiyoophiyaa tokkorraa gara fiixee biraa gahuuf guyyoota, torbanootaa fi ji'oota fudhachuun amma seenaa ta'eera; Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Itiyoophiyaan gurgurtaa elektirikaa irraa galii Doolaara miiliyoona 400 fi miiliyoona 77 argatte
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan bara baajataa 2018 gurgurtaa elektirikaa irraa galii Doolaara miiliyoona 400 fi miiliyoona 77 argatteetti jedhe Ministeerri Bishaaniifi…
Qonnaa Kilaastaraa Gara Dhaabbilee Bizinasii Qonnaatti Ceesisuuf Hojjetamaa Jira – Obbo Addisuu…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2018(FMC) - Hojiin qonna kilaastaraa yaadama Ida'amuu irratti hundaa'uun qonnaan bultoota qabiyyee lafa xiqqoo qaban walitti gurmeessu, oomishtummaa damee qonnaa…
Faayinaansiin dijiitaalaa guddina dinagdee biyyaalessaatiif bu’uura haaraa kaa’eera
Aduunyaa ariifachiisaa har’aa keessatti, guddinni teeknoolojii akkaataa jireenya namootaa fi deemsa daldalaa sadarkaa ol’aanaadhaan jijjiiraa jira.
Maallaqaa callaa (kaashii) qabatanii…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 704 olii to’ataman- Komishinii Gumruukaa
Finfinnee, Adoolessa 24, 2018( FMC)- Komishiniin Gumruukaa Adoolessa 16-22, 2018’tti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 4 olitti tilmaamaman to’atamaniiru jedhe.…
Geejjibni Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 57 argate
Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC) – Geejjibni Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 57 argateera.
Bara baajataa 2018…