Browsing Category
Biiznasii
Warshaan Konkolaataa Bishooftuu Konkolaata Moodela “N7 Pickup” gabaaf dhiyeessuufi
Finfinnee, Fulbaana 2, 2017 (FBC)- Garee Itiyoo-Injiinariingiitti Warshaan Oomisha Konkolaataa Bishooftuu konkolaatota Moodela “N7 Pickup” gabaaf dhiyeessuuf ta’uu beeksise.…
Baatii Fulbaanaa gatiin gurgutaa Qinxaaboo boba’aa haaluma baatii Hagayyaan itti fufa jedhame
Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Baatii Fulbaanaa keessa gatiin gurgutaa Qinxaaboo boba’aa haaluma baatii Hagayyaan kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Magaalaa Jimmaatti ayyaana bara haaraa sababeeffachuun gabaan tibba ayyaanaa eegale
Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti ayyaana bara haaraa 2017 sababeeffachuun gabaan tibba ayyaanaa eegaluu Waajjirri Daldalaa magaalichaa beeksiise.
Oomishaaleen qonnaa…
Labsii Taaksii dabalata qabeenyarratti mariin taasiifame
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Labsii Taaksii dabalata qabeenya Mana Maree Bakka bu’oota ummaataan ragga’erratti dhaabbileen Faayinaansii marii taasisaniiru.
Labsicha hojiirra…
Ayyaana waggaaf dhiyeessiin omishaalee bu’uuraa bal’aan akka jiru biirichi beeksise
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Ayyaana waggaaf dhiyeessiin omishalee bu’uuraa bal’aan akka jiru Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksise.
Hoggantuun Biirichaa Habiibaa Siraaj akka…
Sassaabbii galii guddisuuf hojiin olaantummaa seeraa kabachiisuu qindaa’aan…
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Sirna diinagdee tasgabbaa’aa uumuufi sassaabii galii guddisuuf hojiin olaantummaa seeraa kabachisuu qindaa’aan murteessaa ta’uu Ministeerrii Galiiwwaanii…
Waayita Ayyaanaa hanqinni dhiyeessii Zayita nyaataa akka hin mudanneef hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Dhaabbanni Misooma Galteewwan Indaastirii hanqinni dhiyeessii Zayita nyaataa akka hin mudanneef hojjetaa jiraachuu ibseera.
Ayyaana bara haaraatiif…
Koorporeeshiniin Hojiilee Konistiraakshinii Itiyoophiyaa bu’aa hinqulqulloofne Birrii…
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Hojiilee Konistiraakshinii Itiyoophiyaa bu'aa hinqulqulloofne Birrii biiliyoona 1.3 argachuu beeksise.
Dhaabbata misooma mootummaa kan…
Naannichatti Sossochiin galii gibiraa fi Taaksii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) –Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Sosochiin Taaksii galii gibiraa fi sagantaan beekamtii kennuu kaffaltoota gibiraa kan bara baajata 2017 gaggeeffamaa jira.…
Oomishaalee galii toonii miiliyoona 2.66 oomisha biyya keessaan bakka buufamuun ibsame
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC)- Bara 2016 damee indastirii maanufaakchariingiin oomishaalee galii toonii miiliyoona 1.27 oomisha biyya keessan bakka buusuuf karoorfamee toonii miiliyoona…