Browsing Category
Biiznasii
Magaalichatti meeshaaleen bu’uuraa karaa Waldaalee Hojii Gamtaan dhiyaachaa jiru
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti meeshaaleen bu’uuraa karaa waldaalee Hojii Gamtaa 154’n gatii madaalawaan dhiyaachaa jira jedhe Komishiniin Waldaalee Hojii…
Oomishaalee alaa galan bakka buusuun baasiin sharafa alaa doolaarri biiliyoonni 1 ol baraarame
Finfinnee, Onkoloolessa 21, 2018 (FMC) – Baatiiwwan sadan darbanitti oomishaalee alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuun baasiin sharafa alaa Doolaarri biiliyoonni 1 ol baraarameera…
Agarsiisni misooma beelladaa fi bu’aalee beelladaa irratti xiyyeeffate baname
Finfinnee, Onkoloolessa 20, 2018 (FMC) – Daawwattoonni biyyoota Baha Afrikaafi idil-addunyaa kumni 5 ol kan irratti hirmaatan agarsiisni misooma beelladaa fi bu’aalee beelladaa galma…
Kurmaana 1ffaa bara kanaatti liqiin Birrii biliyoonni 200 fi biliyoonni 62 kenname
Finfinnee, Onkoloolessa17, 2018 (FMC) - Baatiiwwan sadan jalqabaa bara baajetaa kanatti birriin biliyoonni 200 fi biliyoonni 62 dameelee adda addaaf liqeeffamuu Ministirri Karooraa fi…
Baatiwwan sadan darban galiin Birriin biiliyoonni 300 fi biiliyoonni 23 walitti qabame
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 keessa baatiwwan sadan darban galiin Birriin biiliyoonni 300 fi biiliyoonni 23 walitti qabame jedhan Ministirri Ministeera…
Naannichi warqee kiiloogiraama kuma 1 fi 700 ol Baankii Biyyaalessaatti galche
Finfinnee, Onkoloolessa 13, 2018(FMC)- Biiroon Misooma Albuudaa Naannoo Beenishaangul Gumuz baatiiwwan sadan darbanitti warqeen kiiloogiraamni kumni 1 fi 723 Baankii Biyyaalessaatti galeera…
Dhaabbilee seeraan ala maallaqa hawaalaa daddabarsan irratti tarkaanfii cimaatu fudhatama- Dooktar…
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC) – Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi mootummaan dhaabbilee seeraan ala maallaqa hawaalaa daddabarsan irratti…
Maamiloonni haaraan kumni 100 fi kumni 7 fayyadamoo elektirikii ta’an
Finfinnee, Onkoloolessa11, 2018 (FMC) – Baatiiwwan sadan jalqabaa 2018 keessa mammiloonni haaraan kumni 100 fi kumni 7 fi 191 tajaajila elektirikii argataniiru jedhe Tajaajilli Elektirikii…
Itiyoo Telekoom waggoota sadan dhufanitti baay’ina maamiltoota isaa miliyoona 100 oliin…
Finfinnee, Onkoloolessa 7, 2018(FMC) - Itiyoo Telekoom waggoota sadan dhufanitti baay'ina maamiltoota isaa miliyoona 100 oliin ga'achuuf hojjetaa jira jedhan hoji raawwachiistuu Olaantuun…
Naannoon Gaambeellaa warqee kiilogiraama kuma tokkoo fi 500 ol Baankii Biyyaalessaatti galche
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018 (FMC) - Kurmaana 1ffaa 2018 kanatti warqeen Kiilgiraamni kuma tokkoo fi 500 ol Baankii Biyyaalessaatti galii ta’uu Ejensiin Albuudaa Naannoon Gaambeellaa…