Browsing Category
Biiznasii
Biirooleen Baankii hin taane shan eeyyama hojii Sharafa alaa argatan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Biiroolee Baankii hin taane shaniif eeyyama hojii Sharafa alaa kennuu beeksise.
Tajaajila sharafa…
Dooktar Kaasahuun Goofeen hoggantoota Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) –Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun Goofeen hoggantoota Baankii Addunyaa waliin mari’ataniiru.
Tattaaffii…
Ijaarsi babal’isa Paarkii Indaastirii Adaamaa Doolaara miiliyoona 300’n gaggeeffamuufi
Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Ijaarsi babal’isa Paarkii Indaastirii Adaamaa marsaa 2ffaan Doolaara miiliyoona 300’n gaggeeffamuuf ta’uun ibsame.
Hoji Raawwachiisaa Itti Aanaan…
Dhaabbanni Oomniipool Xiyyaara L 410 – NG jedhamu Itiyoophiyaaf dhiyeessuufi jedhame
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) – Dhaabbata Riippaablika Cheek kan ta’e Oomniipool Xiyyaara L 410 – NG jedhamu Itiyoophiyaaf dhiyeessuuf ta’uu ibsameera.
Xiyyaarri kun namoota 19 fe’uu…
Paarkiin Indaastirii Adaamaa bara kana oomishaalee alaa galan Birrii biiliyoona 3.6 ol baasaan biyya…
Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC) – Paarkiin Indaastirii Adaamaa oomishaalee gabaa alaaf dhiyaatan dabalataan bara kana oomishaalee alaa galan Birrii biiliyoona 3.6 ol baasaan biyya…
Itiyoo – Teelee Koom bara baajataa kana maamiltoota isaa miiliyoona 83tti ol guddisuu hojjechaa…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC) – Itiyoo – Teelee Koom bara baajataa 2017 maamiltoota isaa miiliyoona 83tti ol guddisuu hojjechaa jiraachuu ibseera.
Birrii biiliyoona 163.7 walitti…
Hojjettoonni Biiroo Galiiwwanii Matta’aa Birrii miiliyoona 10 fudhatan to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 8, 2017 (FBC) –Hanga Gibiraa Dhaabbileef hir’isuun hojjettoonni Biiroo Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee Matta’aa Birrii miiliyoona 10 fudhatan to’atamaniiru.…
Warshaan Konkolaataa Bishooftuu Konkolaata Moodela “N7 Pickup” gabaaf dhiyeessuufi
Finfinnee, Fulbaana 2, 2017 (FBC)- Garee Itiyoo-Injiinariingiitti Warshaan Oomisha Konkolaataa Bishooftuu konkolaatota Moodela “N7 Pickup” gabaaf dhiyeessuuf ta’uu beeksise.…
Baatii Fulbaanaa gatiin gurgutaa Qinxaaboo boba’aa haaluma baatii Hagayyaan itti fufa jedhame
Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Baatii Fulbaanaa keessa gatiin gurgutaa Qinxaaboo boba’aa haaluma baatii Hagayyaan kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Magaalaa Jimmaatti ayyaana bara haaraa sababeeffachuun gabaan tibba ayyaanaa eegale
Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti ayyaana bara haaraa 2017 sababeeffachuun gabaan tibba ayyaanaa eegaluu Waajjirri Daldalaa magaalichaa beeksiise.
Oomishaaleen qonnaa…