Browsing Category
Biiznasii
Dameewwan Daldalaa Invastimantii alaaf dhorkamanii turan eeyyamamuufi jedhame
Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC) – Hojiin Daldalaa Waggootaaf Invastimantii alaaf cufamanii turan eeyyamamuuf ta’uu ibsameera.
Hojiin Daldala Alaa, Jumlaa fi qinxaaboo Invastimantii…
Hamma Buna Gabaa Alaaf ergamuu guddisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Hamma Buna Gabaa Alaaf ergamuu guddisuuf hojiin gabaa Alaa babal’isuu hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii beeksiise.
Biyyoota Giddu…
Ingiliz, Itiyoophiyaa dabalatee biyyoota Baha Afrikaaf qaraxa daldala Abaaboof kaffalchiistu kaasuu…
Finfinnee, Ebla 3, 2016 (FBC)- Mootummaan Ingiliz Itiyoophiyaa dabalatee biyyoota Baha Afrikaa oomisha Abaaboo gara biyyattiitti ergan qaraxaa daldalaa kaffalchiisaa ture waggaa lamaaf…
Baatiwwan saddeettan darban daldala alaarraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 617 argamuu ibsame
Finfinnee, Ebla 3, 2016 (FBC) – Baatiwwan saddeettan darban daldala alaarraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 617 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.…
Paarkiin Indaastirii Arartii galii Birrii biiliyoona 1 olii argamsiisuun ibsame
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Baatiiwwan 8’n darbanitti Paarkiin Indaastirii Arartii oomisha gabaa biyya keessaaf dhiyeessarraa galii Birri biiliyoona 1 olii argamsiisuun ibsame.…
Gatiin Gurgutaa Qinxaaboo boba’aa haaluma baatii darbeen itti fufa jedhame
Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) – Gatiin Gurgutaa Qinxaaboo boba’aa akaakuu hunda haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Tajaajilli kaffaltii Boba’aa baankota hundatti eegaluufi
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Baankota muraasa qofatti raawwatamaa kan ture tajaajilli kaffaltii Boba’aa yeroo itti aanu baankota hundatti eegaluuf ta’uu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi…
Baankichi namoonni dhuunfaan maallaqa isaanii hin taane gara dhaabbilee Tapha Jirraatti dabarsan…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Baankiin Daldala Itiyoophiyaa rakkoo Siistamaa mudatee ture fayyadamuun namoonni dhuunfaan maallaqa isaanii hin taane gara dhaabbilee Tapha Jirraa/…
Neetiwoorkiin Dubartoota Ogeeyyii Faayinaansii Itiyoophiyaa hundeeffame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Fayyadamummaa faayinaansii dubartootaa guddisuuf Neetiwoorkiin Dubartootaa Ogeeyyii Faayinaansii Itiyoophiyaa hundeeffame.
Neetiwoorkichi walta’iinsa…
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Birrii miiliyoona 622 ol deebisiise
Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC)-Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa sababa rakkoo siistamaa mudateeniin Birrii seeraan ala fudhatamee ture miiliyoona 801 ol keessaa Birrii…