Browsing Category
Biiznasii
Daandiin Qilleensichaa galii Doolara Biiliyoona 7 ol argachuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Daandiin Qillensa Itiyoophiyaa bara baajataa 2016tti galii Doolara biiliyoona 7.02 argachuu beeksise.
Hojii Raawwachisaa Olaanaan Daandii Qillensa…
Baajanni bara 2017 Naannoo Afaar Birrii Biiliyoona 12 oliin ragga’e
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Manni Maree Naannoo Afaar baajataa Bara 2017 Birrii biiliyoona 12 fi miiliyoona 870 oliin raggaasise.
Manni Maree naannichaa yaa’ii idilee 6ffaa bara…
Ministeerichi kan bara darbeerra galii %70 ol caalmaa qabu walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Ministeerri Galiiwwanii barana kan bara darbeerraa galii %70 ol caalmaa qabu walitti qabuu beeksise.
Ministeerichi waltajjii gamaaggama raawwii bara…
Komishinichi bara baajataa 2016 galii Birri biiliyoona 191.2 argachuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) – Komishiniin Gumrukaa bara baajataa 2016 galii Birri biiliyoona 191.2 argachuu beeksiseera.
Komishinichi raawwii hojii bara 2016 Magaalaa Aarbaa…
Dhaabbatichi Bu’aa Birrii biiliyoona 8 ol argachuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Loojistiksii fi Geejjiba Galaana Itiyoophiyaa bara baajataa 2016tti bu’aa Birrii biiliyoona 8 argachuu beeksiseera.
Dhaabbatichi bara…
Naannichatti galiin Birrii biiliyoona 4.2 walitti qabamuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC)- Naannoo Afaaritti bara baajataa 2016tti galiin Birrii biiliyoona 4.2 walitti qabamuu Biiroon Galiiwwan naannichaa beeksiseera.
Naannichatti bara…
Bara baajataa xumurame Al ergiirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 3.7 ol argame – Ministeericha
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Bara baajataa xumurame keessa Al ergiirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 3.7 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa beeksise.…
Koorporeeshinichi galii Birri biiliyoona 2.1 argachuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa bara baajataa 2016’tti galii Birri biiliyoona 2.1 argachuu beeksise.
Galii waliigalaa…
Baankichi Sharafa alaa Doolaara biiliyoona 3.2 walitti qabuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2016 keessa Sharafa alaa Doolaara biiliyoona 3.2 walitti qabuu beeksise.
Daldala Alaarraa Doolaara…