Browsing Category
Biiznasii
Yaadachiisa Baankii Biyyaalessaarraa kenname
Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dhaabbilee Maallaqa daddabarsuuf eeyyama hin qabnee fi sharafa alaa karaa seeraan alaa raawwatamu ilaalchisee ibsa…
Fedhiin gabaan Chaayinaa buna Itiyoophiyaaf qabu guddachaa dhufeera – Abbaa Taayitichaa
Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Chaayinaa Magaalaa Juujootti sagantaan 'Buna Itiyoophiyaa dhandhamaa' jedhu gaggeeffameera.
Fedhiin gabaan Chaayinaa buna Itiyoophiyaaf qabu guddachaa…
Warshaaleen damee Manufakcharingii oomishaalee al ergi fi bakka bu’oo oomishaan lammiilee kuma 63…
Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti baatiwwan shanan darban Warshaaleen damee Manufakcharingii oomishaalee al ergi fi bakka bu’oo oomishaan lammiilee kuma 63 oliif carraa…
Baankichi fi Daandiin Qilleensaa waliigaltee liiqii Birriii biiliyoona 27 mallatteessan
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa fi Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa waliigaltee liiqii Birrii biiliyoona 27 mallatteessaniiru.
Sirna waliigalticharratti…
Haala mijataa jirutti fayyadamnee hojii irratti bobbaaneen bu’aa qabeessa ta’aa jirra –…
Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) – Haala mijataa jirutti fayyadamnee hojii irratti bobbaaneen bu’aa qabeessa ta’aa jirra jedhan Abbootiin qabeenyaa naannoo Oromiyaatti hojii Invastimantii…
Baatiwwan shanan darban Oomishaalee alatti ergamanirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 300 fi…
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Baatiwwan shanan darban keessa damee Manufakcharingiin oomishaalee biyya keessatti oomishamanii alatti ergamanirrii galiin Doolaarri miiliyoonni 300 fi…
Baatiwwan shanan darban Oomishaalee bakka bu’oon sharafa alaa Doolaara miiliyoona 800 hambisuun…
Finfinnee, Mudde 10, 2018 (FMC) – Baatiwwan shanan darban keessa damee Manufakcharingiin oomishaalee bakka bu’oo biyya keessatti oomishamaniin Doolaara miiliyoona 800 fi miiliyoona 56 ol…
Oromiyaatti oomishtootaafi daldaltoota gidduutti walitti hidhamiinsa gabaa cimsuuf hojjetamaa jira-…
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti oomishtootaafi daldaltoota gidduutti walitti hidhamiinsa gabaa cimsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Biiroon Daldalaa Naannichaa.…
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Qonnaan Bultootaaf tajaajila liiqii qonnaa kennuu eegale
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Qonnaan bultoota qabiyyee lafaa xiqqoo qabani fi Waldaalee xixixqaan gurmaa’aniif tajajaila liiqii qonnaa guyyaa har’aa…
Gabaan Oomishaalee Itiyoophiyaa bittaafi gurgurtaa Ooppaalii eegaluufi
Finfinnee, Mudde 9, 2018(FMC)- Gabaan Oomishaalee Itiyoophiyaa Ooppaalii dabalatee bittaafi gurgurtaa albuudota garaagaraaf qophii xumureera jedhe.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Gabaa…