Browsing Category
Biiznasii
Oomisha Bunaarraa galiin doolarri biiliyoonni 3 argame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2018 (FMC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Obbo Addisuu Araggaan, bara baajataa 2018 oomisha bunaarraa galiin doolara biiliyoona 3 argachuun danda’ameera jedhan.…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Xiyyaara ‘DHC-6 Twin Otter Classic 300-G’ jedhamu kan…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa xiyyaarota 'DHC-6 Twin Otter Classic 300-G' lama kan dhaabbata oomisha xiyyaaraa Kaanaadaa, ‘De Havilland Canada’…
Oromiyaatti konkolaattotaafi sibiilota tajaajila malee turan caalbaasiin dhabamsiisuun galiin Birrii…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018(FMC) – Naannoo Oromiyaatti konkolaattotaafi sibiilota tajaajila malee waggoota dheeraa turan caalbaasiin dhabamsiisuun galiin Birrii miiliyoonni 200 fi…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 900 fi miiliyoona 89 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2018 (FMC) – Komishiniin Gumruukaa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 900 fi miiliyoona 89 olitti tilmaamaman to’atamaniiru jedhe.
Kanneen keessaa…
Baatiwwan kurnan darban daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 8.7 argame –…
Finfinnee,Waxabajjii 4, 2018 (FMC) – Baatiwwan kurnan darban keessa daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 8.7 argame jedhe Ministeerri Maallaqaa.
Ministirri Ministeera Maallaqaa…
Ramaddii haaraan kaffaltoota gibiraa bara baajataa 2019 irraa eegalee hojiirra oola- Ministeericha
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC)- Ramaddii haaraan kaffaltoota gibiraa bara baajataa haaraa irraa eegalee hojiirra oola jedhe Ministeerri Galiiwwanii.
Gabaasni hojiilee koreen ramaddii…
Inisheetiivii misooma Kuduraa fi Muduraa naannoo Oromiyaa…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara baajataa kana hanga ammaatti Oomishaalee Kuduraa fi Muduraarraa callaa kuntaalli miiliyoonni 29 argame jedhe Biiroon Qonnaa…
Baajata Mootummaa Karaa iftoominaafi haqa qabeessa ta’een hojiirra oolchuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa baajata karaa iftoominaafi haqa qabeessa ta'een qooduun bu'aa barbaadamuuf oolchuuf hojii bal'aa hojjetaa jira Jedhe Biiroon…
Itiyoo-Telekoom Gabaa Qabeenya Sanadaa Itiyoophiyaatti galmaa’e
Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC) – Itiyoo-Telekoom Gabaa Qabeenya Sanadaa Itiyoophiyaatti galmaa’eera.
Haaluma Kanaan abbootiin aksiyoonaa dhaabbatichaa aksiyoona isaanii Gabaa Qabeenya…
Ayyaana Idi Al Adahaaf hanqinni oomishaalee akka hin mudanne qophii taasifneerra- Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC)- Ayyaana Iid Al Adahaa (Arafaaf) hanqinni oomishaalee akka hin mudannee fi gabaan tasgabbiii qabu akka jiraatuuf qophii taasifneerra jedhan Kantiibaan…