Browsing Category
Biiznasii
Daldala alaa oomishaalee beelladaa irraa galiin Doolaarri miiliyoonni 128 ol argame- Ministeericha
Finfinnee, Adoolessa 13, 2018(FMC)- Bara baajataa 2018’tti daldala alaa oomishaalee beelladaa qindaa’an irraa galiin Doolaarri miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 28 fi kumni 400 argameera jedhe…
Fandiin Inshuuraansii Lammiileen Sodaa Tokko Malee Baankotatti Maallaqa Isaanii Akka Qusataniif…
Finfinnee, Adooleessa 12, 2018 (FMC) - Fandiin Inshuuraansii Maallaqa Qusatamee lammiileen sodaa tokko malee baankotaa fi dhaabbilee maayikiroo faayinaansii keessa maallaqa isaanii akka ol…
Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa galii biiliyoona 42 ol walitti qabe
Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC) - Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa bara baajatichaa tajaajiloota garaagaraarraa galii Birrii biiliyoona 42.7 walitti qabeera jedhe.
Daayrektarri…
Oromiyaatti bara 2018 albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 70 argame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti bara 2018 albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 70 argamuun ibsameera.
Mootummaan naannichaa sirna bulchiinsa…
Itiyoophiyaan Keeniyaaf inarjii sa’aatii Kiiloowaatii 1 Birrii 24 fi saantima 07 dhiyeessuuf…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2018(FMC)- Itiyoophiyaafi Keeniyaan waliigaltee dhiyeessii inarjii haaraa sa’aatiitti Kiiloowaatii 1 Birrii 24 fi saantima 07 dhiyeessuuf dandeessisu waliif…
Itiyoophiyaan hammattoo Naannawaa Daldala Bilisaa Afrikaan shaqaxaalee Doolaara miiliyoona 15…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2018(FMC)- Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Itiyoophiyaan gama hammattoo Naannawaa Daldala Bilisaa Afrikaan oomishaalee al-ergii ishee erguu…
Naannichi Warqee Kiiloo Giraama kuma 8 fi 985 Baankii Biyyaalessaaf dhiyeesse
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Naannoon Beenishaanguul Gumuz bara baajataa xumurame kana Warqee Kiiloo Giraama kuma 8 fi 985 Baankii Biyyaalessaaf dhiyeesse jedhe.
Bara…
Sagantaan maaddii guutuu tattaaffii wabii nyaataa mirkaneessuuf taasifamu cimsaa jira –…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Sagantaan Maaddii guutuu tattaaffii wabii nyaataa mirkaneessuuf taasifamu cimsaa jira jedhe Ministeerri Qonnaa.
Ministir Deetaan Ministeera Qonnaa…
Fooyyessiin diinagdee Itiyoophiyaan taasifte diinagdee biyyattii dandamachiise – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018 (FMC) – Fooyyessiin diinagdee Itiyoophiyaan taasifte diinagdee biyyattii dandamachiiseera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy…
Qorannoon biyyaalessaa qabeenya indaastirii oomishaa adda baasu ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC) – Qorannoon qabeenyaawwan naannolee fi bulchiinsota magaalota hunda keessa jiran adda baasuu fi hojiirra oolchuu dandeessisu ifoomee jira.
Qorannoon…