Browsing Category
Biiznasii
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 184 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC) – Caamsaa 25, 2015 hanga Waxabajjii 1,2015tti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 184 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa…
hirmaachuuf fedhii qabaachuu ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) –Abbootiin qabeenyaa Turkii Ityoophiyaatti hojiilee misooma Invastimantii garaagarraatti hirmaachuuf fedhii qabaachuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Turkii…
Baatiwwan kurnan darban Humna Elekririkaa gabaa alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 83…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Baatiwwan kurnan darban Humna Elekririkaa biyyoota Ollaaf dhiyaateerra galiin Doolaarri miiliyoonni 83 ol argamuu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa…
“Saafaariikoom Ityoophiyaaf” liqii fi wabiin idil addunyaa eeyyamameef
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC)-Diriirsa sarara Teelekominikeshinii Saafaariikoom Ityoophiyaan gaggeessaa jiruu fi hojiilee isaa deeggaruuf Koorporeeshinii Maallaqaa Idil Addunyaa fi…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa xiyyaarota 130 bituuf karoorfachuu beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa qaqqabummaa balalii isaa babal’isuuf kan gargaaran xiyyaarota 130 bituuf karoorfachuu beeksiseera.
Hojii Gaggeessaan…
Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Oromiyaa abbootii qabeenyaa waliin hojjechuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiin Indaastrii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa biyya keessaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera.
Kaayyoon walii…
Meeshaleen kontirobaandii Birri miiliyoona 95 olitti tilmaamau to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 95 olitti tilmaamamuu konkolaataa waliin to’achuu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Meeshaaleen kunneen…
Qabeenyaa fi maallaqa mootummaa qisaasame deebisiisuuf qindoominaan hojjechuutu barbaachisa –…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Qabeenyaa fi maallaqa mootummaa qisaasame deebisiisuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaa ta’uu Biiroo Maallaqaa Oromiyaa beeksiseera.
Biirich…
Magaalaa Shaggaritti Abbootiin Qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 149 galmeessisan hojii…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Shaggaritti Fooramiin Abbootii Qabeenyaafi Qooda Fudhattoota gaggeeffameera.
Foormiin abbootii qabeenyaa fi qoodaa fudhattoota…
Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa akkumaa jirutti itti fufa
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Baatii Waxabajjii gatiin gurgurtaa qinxaaboo oomishaalee boba’aa hundaa Caamsaa 29, 2015 eegalee hanga Waxabajjii 30, 2015tti gatii baatii Caamsaa tureen…