Browsing Category
Biiznasii
Bara baajatichaatti oomishaalee hordofaman irraa Doolaara biiliyoona 1.1 argachuuf karoorfameera
Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)- Bara baajataa 2016 kanatti oomishaalee hordoffiin irratti taasifamu irraa Doolaara biiliyoona 1.1 argachuuf karoorfamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Gurgurtaa qinxaaboo Oomishaalee Boba’aarratti sirreeffamni gatii taasiifame
Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) – Gurgurtaa qinxaaboo Oomishaalee Boba'aarratti sirreeffamni gatii taasiifamuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa naannawaa beeksiise.…
Itiyoophiyaan biyya invastimantiif mijattuu adda dureedha jedhamte
Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Biyyoota Afrikaa hojiilee invastimantii bu’aa qabeessaaf mijatoo ta’an keessaa adda duree ta’uun ibsame.
‘Business Insider Africa’ bu’aa…
Baankichi liqii Birrii biiliyoona 29 kennuuf qophaa’uu ibse
Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)-Baankiin Misoomaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2016tti sochoostota Intarpiraayizoota Giddugaleessaaf liqii Birrii biiliyoona 20 kennuuf karoorfachuu…
Daandiin Qilleensicha balallii gara Guuwanzhuutti taasisuu dabalu ibse
Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa torbeetti balallii gara Guuwanzhuu Chaayinaatti taasisu gara 10’tti guddisuu ibse.
Kanaan dura torbanitti balallii…
Tajaajilli eeyyamaa fi galmeessa daldalaa kuma 400 ol oonlaayiniin kenname
Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC)- Baatii sadii kan hinguunne keessatti tajaajilli galmeessaa fi eeyyama daldalaa kuma 400 ol oonlaayiniin kennamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Sababa hanqina namuusaan maallaqa mootummaan dhabuuf ture Birrii miiliyoona 268 baraaruun danda’ame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Sababa hanqina namuusaa fi hojmaata badaan maallaqa mootummaan dhabuuf ture Birrii miiliyoona 268 baraaruun danda’amuu Komishiniin Gumrukaa beeksiseera.…
Oomishaaleen Doolaarri miiliyoona 600 baasii itti ta’aa ture biyya keessatti oomishamuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)-Adeemsa hanga ammaatti jirun oomishaaleen Doolaara miiliyoona 600 baasii itti tahaa turan biyya keessatti oomishuun bakka buusuun akka danda’e Paarkiin…
Baatii Hagayyaa Buna gabaa alaaf dhiyaateen galiin Doolaara miiliyoona 140 argame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC)-Baatii Hagayyaa keessaa oomisha Bunaa toonii kuma 27 dhiyaaterraa galiin Doolaara miiliyoona 140 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa…
Baankiin Hojii Gamtaa “Michuu Guyyaa” fi “Michuu Wabii” ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC)- Baankiin Hoji Gamtaa Oromiyaa tajaajila liqaa dijitaalawaa wabii hingaafanne ifoomseera.
Tajaajilichi sadarkaa biyyaatti kan jalqabaa ta’uu kan eere…