Browsing Category
Biiznasii
Gatiin Xiyyaarota Waliigalaa Itiyoophiyaa yeroo ammaa Doolaara biiliyoona 5.25 ta’uu eerame
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Gatiin Xiyyaarota Waliigalaa Itiyoophiyaa yeroo ammaa hojiirra jiranii Doolaara biiliyoona 5.25 ta’uu eerameera.
Kunis gatii xiyyaarota Afrikaa keessa…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa biyyoota agarsiisaa Dohaa 2023 irratti hirmaatan akka imalchiisu…
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa biyyoota agarsiisaa ‘Dohaa 2023’ irratti hirmaatan akka imalchiisu filatameera.
Haaluma kanaan ilmaaltoota biyyoota…
Simpooziyeemiin Ce’umsa beekkumsaa Chaayinaa –Afrikaa Beejingitti gaggeeffama jira
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) - Simpooziyeemiin Ce’umsa beekkumsaa Chaayinaa –Afrikaa Beejingitti gaggeeffama jiraachuu ibsame.
Ministir Deetaan Minsteera Daldalaa fi Walitti…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 272 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC) – Hagayya12 – 18, 2015tti to’annoo fi hordoffii taasiifameen Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 272 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin…
Daldaltoota hojii seeraan alaarratti bobba’aan kuma 395 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Bara baajataa darbe keessa daldaltoota kuma 395 fi 154 daldala seeraan alaa irratti bobba’anii argamanirratti tarkaanfiin fudhatamuu Ministeerri Daldalaa…
Aanaa Shanan dhugootti sangoonni kumni 29 ol mala ammayyaan gabbachaa jiru jedhan
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Godina Harargee Lixaa Aanaa Shanan Dhuuggootti sangoonni kuma 29 ol mala ammayyaan gabbachaa jiraachuu ibsameera.
Qonnaan Butoonni aanichaa sanyii…
Oomishaalee biyya alaatti ergaman irraa galiin Doolaara biiliyoona 3.64 argameera
Finfinnee, Hagayya 15 ,2015 (FBC)- Bara baajataa 2015’tti oomishaalee biyya alaatti ergaman irraa galiin Doolaara biiliyoona 3.64 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Waldaan Aksiyoonaa Liqii fi Qusannaa Addis gara Baankiitti guddate
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Waldaan Aksiyoonaa Liqii fi Qusannaa Addis moggaasaa “Waldaa Aksiyoonaa Baankii Sikkeet” jedhuun gara Baankiitti guddachuu beeksise.
Dhaabbatichi…
Lukkuuwwan sanyii fooyya’oo miiliyoona 35 dhiyeessuuf hojjetamaa jira – BQO
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara 2016 tti lukkuuwwaan Sanyii fooyya’oo miiliyoona 35 dhiyessuuf hojjetama jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise.
Cuuciiwwan…
Godinichatti bara baajataa kana Gaagura Ammaayyaa kuma 180 ol raabsuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti bara baajataa kana Gaagura Ammaayyaa kuma 180 ol raabsuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksiseera.
Godina…