Browsing Category
Biiznasii
Sochii daldalaa adda citee ture eegalchiisuuf Baazaariin imalaa eegalamuufi
Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) –Naannoo Tigraayitti Sochii daldalaa adda citee ture eegalchiisuuf mariin paanaalii fi Baazaariin imalaa eegalamuufi.
Baazaariin kun mata duree 'sochii…
Oromiyaatti ji’oottan 9’n darban galiin Birrii biiliyoona 54 ol walitti qabame
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti ji’oottan 9’n darban galiin Birrii biiliyoona 54 ol walitti qabame
Manneen hojii kilaastara Bulchiinsaa fi Horataalee Mootummaa…
Argisiisni daldala oomishaalee Gogaa Afrikaa Finfinneetti baname
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Argisiisni Daldala Omishaalee gogaa Afrikaa 13ffaan Finfinnee Galma Barkumeetti banameera.
Argisiisicharratti oomishtoota gogaa biyyoota garaagaraa,…
Eebla 16,2015 eegalee guutuu Finfinneetti gurgurtaan Boba’aa Teelee Birrii qofaan ta’a – BDMF
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) – Eebla 16,2015 eegalee guutuu Finfinneetti gurgurtaan Boba’aa Teelee Birrii qofaan akka ta’u kan dirqisiifamu ta’uu Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee…
Dhaabbanni Maallaqa Addunyaa Ityoophiyaan Diinagdeen biyyoota Afrikaarraa sadarkaa 5ffaa qabachuu…
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) – Qabeenyi Diinagdee waliigalaa Ityoophiyaa biyyoota Afrikaarraa sadarkaa 5ffaa qabachuu Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa gabaasa isaan ifoomseera.
Akka…
Gabaan Omisha Ityoophiyaa fi Baankii Tsahaay waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)- Gabaan Omisha Ityoophiyaa fi Baankii Tsahaay waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteesse.
Waliigaltechas Hoji Gaggeessaa Gabaa Oomisha Ityoophiyaa…
Fooramiin Invastimantii Ityoo-Kooriyaa gaggeeffame
Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Fooramiin Invastimantii Ityoo-Kooriyaa 2023 gaggeeffame Kooriyaa Kibbaa Magaalaa See’iilitti gaggeeffame.
Fooramichi filannoowwaniifi carraalee…
Barana Mallattoon Daldala Bunaa sadii ni kennama-BDO
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC)- Naannawaa Bunni bal’inaan Oomishamutti Mallattoo Daldala Bunaa sadii kennuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Oromiyaa beeksise.
Biirichi, kanaan dura…
Wayita qalmaa gogaa fi kal’eef of eeggannoon taasifamuu akka qabu ibsame
Finfinnee, Eebla 5, 2015(FBC)- Wayita qalmaa gogaa fi kal’eef of eeggannoon taasifamuu akka qabu Ministeerri Qonnaa ibse.
Gogaa fi kal’een qabeenya biyyattiif sharafa alaa argamsisan…
Fooramiin Biiznasii fi Invastimantii Ityoo – Ameerikaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Fooramiin Biiznasii fi Invastimantii Ityoo – Ameerikaa Mana Maree Hariiroo alaa Ameerikaatti gaggeeffamaa jira.
Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo…