Browsing Category
Biiznasii
Hojmaata walxaxaan sukkaarri bitame biyya keessa hingalfamne
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Biyyaa sukkaarri irraa bitametti hojmaata walxaxaa mudateen walqabatee dhaabbanni caalbaasi injifate oomishicha gara Ityoophiyaa galchuu akka hindandeenye…
Birrii biiliyoonni 5.4 qorannoo Ooditiin argame
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Bara baajataa xumurame waliin dhahiinsa gurgurtaa fi taaksiin walqabatee qorannoo Ooditii gaggeeffameen Maallaqni Osoo hin kaffalamin hafe Birrii…
Komishinar Lalisee Nameen Ityoophiyaatti bakka bu’aa Dhaabbata Nyaataa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Komishinarri Komishinii Invastimantii Lalisee Nameen Ityoophiyaatti bakka bu’aa Dhaabbata Nyaataa AddunyaaFiraay Ziimuudzii waliin mari’ataniiru.
Haala…
Dhaabbilee Daldalaa 107 hojmaata seeraan ala hojjetanii argamanirratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Dhaabbilee Daldalaa 107 hojmaata seeraan ala hojjetanii argamanirratti tarkaanfiin fudhatamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa Paarkii Indaastirii Jimmaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa zhaa’oo Zhiiyuu’anii fi Abbootiin qabeenyaa biyyattii Paarkii Indaastirii Jimmaa daawwataniiru.
Komishinarri…
Abbootiin qabeenyaa 269 Kaappitaala Doolaara biiliyoona 3.4 galmeessan eeyyama fudhachuun hojii…
Finfinnee, Hagayya 1, 2015 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa 269 Kaappitaala Doolaara biiliyoona 3.4 galmeessan eeyyama Invastimantii fudhachuun hojii eegaluu Komishiniin Invastimantii beeksiise.…
Baankiin Misooma Ityoophiyaa Birrii biiliyoona 6.4 buufate
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Baankiin Misooma Ityoophiyaa Birrii biiliyoona 6.4 bu'aa argachuu beeksise.
Baankichi bara baajatichatti guddina biyyattii ariifachisuuf…
Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa hanga Hagayya 30’tti gatii tureen itti fufa
Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Gatiin gurgurtaa qinxaaboo oomishaalee boba'aa hundaa hanga Hagayya 30, 2015'tti gatii baatii Adoolessaa gurguramaa tureen akka itti fufu Miniteerri…
Oromiyaatti damee tuuriizimiirraa galiin Birrii biiliyoona 9.5 argame
Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti bara baajataa 2015 damee tuuriizimiirraa galiin Birrii biiliyoona 9.5 ol argamuu Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa beeksise.…
Oomishaalee biyya keessatti oomishamanirraa galiin Dooolaarrri biiliyoonni 2.3 argame –…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC) - Bara baajataa 2015 oomishaalee biyya keessatti oomishamanirraa galiin Dooolaarrri biiliyoonni 2.3 argamuu Ministeerri Indaastirii beeksiise.
Bara…