Itiyoophiyaan Sirna Fayyaa cimaa ijaaruuf xiyyeeffannoon hojjechaa jirti
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Waltajjin Marii tajaajila fayyaa qulqullina qabu kennuuf dandeessisu qopheessummaa Baankii Addunyaa fi Dhaabbata Fayyaa Addunyaan gaggeeffamaa jira.…
Dhiyeessa Qorichaalee Diijitaalome…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018 (FMC) – Tajaajilli Dhiyeessa Qorichaalee Itiyoophiyaa hojmaata isaa Diijitaalomseera jedhe Ministeerri Fayyaa.
Tajaajilichi Yaa'ii waggaa 7ffaa cancala…
Naannichatti uwwisa tajaajila fayyaa haadholii fi daa’immanii guddisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2018(FMC) – Naannoo Afaaritti uwwisa tajaajila fayyaa haadholii fi daa'immanii guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Fayyaa naannichaa.
Naannichatti raawwii…
Waliingahiinsa talaallii ittisa dhibee busaa babal’isuuf hojjetamaa jira- Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018( FMC)- Ministeerri Fayyaa waliingahiinsa talaallii ittisa dhibee busaa sadarkaa biyyaalessaatti babal’isuuf hojjetamaa jira jedhe.
Ministeerichatti…
Dhukkubni busaa ammallee yaaddoo ta’aa jira – BFO
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018 (FMC) –Dhukkubni busaa ammallee yaaddoo ta'aa jira jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa.
Kenniinsa tajaajila fayyaa qulqulluu, si'ataafi qaqqabamaa taasisuuf…
Tajaajilli Hospiitaala waliigalaa Baalee Roobee fooyya’e – Tajaajilamtoota
Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) - Tajaajilli Hospitaala Waliigalaa Baalee Roobeerraa argatan fooyya’uu tajaajilamtoonni dubbatan.
Jiraattonni magaalaa Roobeefi aanaalee godina…
Naannoo Afaaritti talaalliin ittisa dhibee Pooliyoo eegalame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC) – Naannoo Afaaritti talaallii qindaa’aan ittisa dhibee Pooliyoo marsaa 3ffaan eegalame.
Talaallichi har’a magaalaa Loogiyaatti eegalamuu fi daa’immaan…
Ministeerri Fayyaa naannolee sagaliif ambulaansii kenne
Finfinnee, Fulbaana 29, 2018 (FMC) - Ministeerri Fayyaa naannolee sagaliif ambulaansii deeggarsaan kenne.
Deeggarsi kun Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 50 kan baasu yoo ta’u,…
Dhukkuba sammuu ittisuufi yaalanii fayyisuuf qindoominaan hojjetamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC)- Dhukkuba sammuu ittisuufi yaalanii fayyisuuf qindoominaan hojjetamaa jira jedhan Hooggantuun Biiroo Fayyaa Oromiyaa Piroofeesar Natsaannat Warqinaa.…
Itiyoophiyaan mirkaneessa ga’umsaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa sadarkaa 3ffaa milkeessuun faayidaa…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan mirkaneessa ga’umsaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa sadarkaa 3ffaa (Maturity Level 3) milkeessuun faayidaa hedduu qaba jedhame.
Ministeerri…